Sagalee Afrikaa Sadarkaa Idil-addunyaatti dhageessisuuf hojii waloofi qindoomina qabu barbaada- Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo
AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Sagalee Afrikaa Sadarkaa Idil-addunyaatti dhageessisuuf hojii waloofi qindoomina qabu akka barbaadu Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo dubbatan. Yaa’ii jijjiirama qilleensaa Afrikaa 2ffaa, Finfinneetti adeemsifamaa jiru irratti Ministira…