Gaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota garaa garaa keessatti mul’ate
AMN PLUS –Qaammee 3/2017 Itoophiyaa dabalatee, biyyoota garaa garaa keessatti, kaleessa gara galgalaa sa’aatii 12:40 irraa eegalee daqiiqota muraasaaf gaaddiddaa’uun addeessaa mul’atee ture. Qorataan Saayinsii Hawaa, Roodaas Taaddasaa (Dr.) gaaddiddaa’uun…