Biyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii tahuu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Raashiyaa fi Yuukireen jidduutti waliigalteen nagaa kan mallattaa'u yoo ta'e, biyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii ta'uu isaanii ibsaniiru. ‎Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel…

Continue ReadingBiyyootni Awurooppaa 26 humna waraanaa isaanii Yuukireenitti erguuf qophii tahuu beeksisan

Wanti karaa foddaa teelevizhiniin argine nus dhaqqabe- Jiraattoota Finfinnee

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Abbaan Taayitaa daandiiwwan Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii manneen lammiilee harka qalleeyyiif haaroomsuu eegaluu isa beeksise. “Abbaan Taayitichaa daandii ijaaruu, suphuufi bulchuu qofa osoo hin…

Continue ReadingWanti karaa foddaa teelevizhiniin argine nus dhaqqabe- Jiraattoota Finfinnee

AMN yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata amanamaa ta’eera – Injinar Wandimmuu Seettaa

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Addis Miidiyaa Neetwork yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata itti amanamummaa gonfate akka tahe Sadarkaa Itti Aanaa Kantiibaatti Itti Gaafatamaan Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa ibsan.…

Continue ReadingAMN yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata amanamaa ta’eera – Injinar Wandimmuu Seettaa

Itiyoo-telekoom waggaa haaraa sababeeffachuun deggarsa taasise

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Itiyoo-telekoom dhaabbilee tola-ooltummaafi daa'imman maatii harka-qalleeyyiif bara haaraa sababeeffachuun deggarsa kenneera. ‎Deggersa kanaaf birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 45 baasii taasisuu beeksiseera. ‎Hoji raawwachiistuu Olaantuun dhaabbatichaa…

Continue ReadingItiyoo-telekoom waggaa haaraa sababeeffachuun deggarsa taasise

Fanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Pirojektiin Hidhaa Haaromsa Guddicha Itoophiyaa kan xumurame fanjii KM 200 awwaalame imala miilaan fashaleessaa ta'uu Hogganaan Pirojektichaa Injinar Kiflee Horroo himan. Injinar Kifleen turtii AMN PLUS…

Continue ReadingFanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

Imalli gara Raashiyaatti taasifamu Itoophiyaa waltajjii addunyaarratti beeksisa- Gargaaraa Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyee

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Mata duree "Itoophiyaa bayyanachiisuu" jedhuun Gareen Aadaa biyyattii gara Raashiyaatti kan imalu tahuun ibsameera. ‎Gareen Kiin Itoophiyaa Ogeessota Aartii garaa garaa of keessatti hammate kanaan dura…

Continue ReadingImalli gara Raashiyaatti taasifamu Itoophiyaa waltajjii addunyaarratti beeksisa- Gargaaraa Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyee

Ameerikaan garee yakkamtootaa dhabamsiisuu ni dandeessi- Maarkoo Ruubiyoo

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Ameerikaan gareewwan yakkamtoota addunyaa kanaa dhabamsiisuu akka dandeessu Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoon beeksisan. ‎Maarkoo Ruubiyoon wayita Ikuwaadoor daawwatanitti biyyoota akka Ikkuwaadoriin yoo wal ta'an…

Continue ReadingAmeerikaan garee yakkamtootaa dhabamsiisuu ni dandeessi- Maarkoo Ruubiyoo

Waloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra- Aragaawwii Barihee (Dr.)

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Waloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra jechuun Hoji-Raawwachiisaa Olaanaan Waajjira Qindeessaa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa Aragaawwii Barihee (Dr.) dubbatan. Xumuramuu Hidha…

Continue ReadingWaloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra- Aragaawwii Barihee (Dr.)

Hidhi haaromsaa mallattoo moo’ichaati- Obbo Kaasaahun Foolloo

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Pireezidaantiin Waldaan Konfedereeshinii Hojjetaa fi Hojjechiisaa Itoophiyaa Obbo Kaasaahun Foolloo hidhi haaromsaa pirojektii gamtaan ijaarame akka ta'e ibsan. ‎Pirojektii Guddicha kanaaf hojjetaan maallaqa, ogummaafi humna…

Continue ReadingHidhi haaromsaa mallattoo moo’ichaati- Obbo Kaasaahun Foolloo