Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa'uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon akka hojjatamu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsaniiru. ‎Naannoo waajjira Gamtaa Afrikaa fi…

Continue ReadingTibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dorgommiin Aartiifi Kalaqa Biyyaalessaa 2ffaa eegale

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Dorgommiin Aartiifi Kalaqaa Biyyaalessaa 2ffaan agarsiisa daandii irraa garaa garaan eegalameera. ‎"Aartiin Missiraachoo Bayyanachuu Itoophiyaaf'' mata-duree jedhuun dorgommiin guyyoota itti aanan sadiif gaggeeffamu kun Agarsiisa…

Continue ReadingDorgommiin Aartiifi Kalaqa Biyyaalessaa 2ffaa eegale

Itoophiyaan jijjiirama qilleensaa furuuf tarkaanfiiwwan qabatamaa fudhatteetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎AMN - Hagayya 28/2017 ‎Itoophiyaan jijjiirama qilleensaa furuuf ashaaraa magariisaa, itti fayyadama anniisaa haaromfamuu fi magaalota ammayyeessuutiin tarkaanfii qabatamaa akka fudhatte Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee ibsanii jiru. ‎Torban Jijjiirama Qilleensaa Addunyaa…

Continue ReadingItoophiyaan jijjiirama qilleensaa furuuf tarkaanfiiwwan qabatamaa fudhatteetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎ Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un Kabaja guyyaa Bilisummaa Chaayinaa irratti Hirmaachuuf Beejing Seenanii jiru. ‎ Pireezidaantiin kun hiriira waraanaa Chaayinaan qopheessite guddicha irratti…

Continue ReadingPireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

Komishinichi Qaammee 1/2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa walitti qaba

‎AMN PLUS- Hagayya 27/2017 ‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Sanbata dhufu, Qaammee 1/ 2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa akka walitti qabu beeksiseera. ‎Komishinichi kanaan dura lammiileen…

Continue ReadingKomishinichi Qaammee 1/2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa walitti qaba

Itiyoo Elektiriikiin garee Machaal injifachuun bara dorgommii isaa eegale

‎AMN PLUS - Hagayya 27/2017 ‎Dorgommiin Pirimiyer Liigii Dubartootaa tapha torban jalqabaaf isa dhumaa ta'een gareen Itiyoo Elektiriikii, gita isaa Machaal wajjin tapha adeemsiseen xumuramee jira. ‎Kilaba ishee duraanii Itiyoo…

Continue ReadingItiyoo Elektiriikiin garee Machaal injifachuun bara dorgommii isaa eegale

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee, Laggasa Tulluu (Dr.) Ambaasaaddara taasisuun muudan

‎AMN PLUS - Hagayya 27/2017 ‎Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee, Laggasa Tulluu (Dr.) Ambaasaaddara taasisuun muuduu isaanii TOI gabaaseera. ‎Laggasa Tulluu (Dr.) Ministira Tajaajila Komunikeeshinii Federaalaa ta’uun tajaajilaa turuun isaanii ni yaadatama.

Continue ReadingPireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee, Laggasa Tulluu (Dr.) Ambaasaaddara taasisuun muudan

Mul’atni keenya Itoophiyaa Kallattii hundaan badhaate dhaloota dhaalchisuudha- Mogos Baalchaa

‎AMN PLUS - Hagayya 27/2017 ‎Itti gaafatamaan Waajjira Paartii badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa Yaa'ii barnootaa 32ffaa irratti ergaa dabarsaniin, "Abjuufi mul'atni keenya Itoophiyaa Kallattii hundaan badhaate dhaloota…

Continue ReadingMul’atni keenya Itoophiyaa Kallattii hundaan badhaate dhaloota dhaalchisuudha- Mogos Baalchaa

Sagantaan ergaa barreeffamaa gabaabaa “Ashaaraa Dhalootaa ” 8120 eegalame

‎AMN Plus Hagayya 27/2017 ‎Hidhi haaromsaa guddichi eebbaaf qophaa'aa jiraachuu sababa taasifachuun, sagantaan ergaa gabaa gara 8120'tti erguun hawaasni biyyattii miirasaa akka ibsatuuf, akkasumas ergaa yaadannoo injifannoosaa seenaaf kaa'achuuf pirojektiin…

Continue ReadingSagantaan ergaa barreeffamaa gabaabaa “Ashaaraa Dhalootaa ” 8120 eegalame