Koollejjiin Akmoonliink barattoota sagantaa Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 238 ebbisiise
AMN PLUS- Hagayya 25/2017 Itoophiyaan barattoota beekumsaafi dandeettiin gahoomaniifi guddina teekinooloojii ammayyaatti madaqan horachuuf cichoominaan hojjechaa jirti jedhan Ministeera Barnootaatti Itti gaafatamaan tajaajila dhaabbilee Barnootaa dhuunfaa Dr. Iyyoob Ayyanewu. Koollejjiin…