Gammachuun keenya Olaanaan gammachuu jiraattota keenyaa arguudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS - Ebala 09/2017 Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Kutaa Magaalaa Booleetti Manneen harka qalleeyyiif ijaarame eebbisuun dabarsaniiru. Kantiibaa Adaanech, gammachuun keenya olaanaan gammachuu jiraattota Magaalaatti argadhudha jedhan.…