Arsenaal taphataa akkaadaamiisaa keessatti guddate qabeenyasaa taasifateera

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Kiristaal Paalaas Eberichee Eze paawundi miiliyoona 65'n mallatteessisuuf walii galuu isaa guyyotaa darbaan kessaa ifa kan godhe yoo ta'u guyyaa har'aa taphatichi…

Continue ReadingArsenaal taphataa akkaadaamiisaa keessatti guddate qabeenyasaa taasifateera

Asoosaan misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jirti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) magaalaan Asoosaa misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jiraachuu himan. Dr. Abiyyi har'a Magaalaa Asoosaatti argamuun misooma garagaraa daawwataniiru. "Waggaa tokko dura…

Continue ReadingAsoosaan misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jirti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Faayidaa Biyyaalessaa eegsisuuf adeemsa ijaarsa dhaabbilee calmaan cimsuu barbaachisa- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Hagayya 17, 2017 Leenjiin Hoggantoota olaanoo dhaabbilee Federaalaaf kennamaa ture xumurameera. Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah akka jedhanitti, faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf ijaarsi dhaabbilee cimuu qaba.…

Continue ReadingFaayidaa Biyyaalessaa eegsisuuf adeemsa ijaarsa dhaabbilee calmaan cimsuu barbaachisa- Obbo Adam Faaraah

Gabaalee bakka gara garaatti jiran gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisufi jedhame

AMN PLUS- Hagayya 17/ 2017 Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Gabaawwan naannawaa gara garaatti gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisuuf ni hojjetama jedhe. Ministeerichi Yaa’ii damichaa Mata Duree…

Continue ReadingGabaalee bakka gara garaatti jiran gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisufi jedhame

Ayyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Humni Nageenya waloo ayyaanota Amantaa fi ayyaanonni ummataa adda addaa magaalaa Finfinnee keessatti dudhaa isaa eeggachuun akka kabajuuf qophii xumuruu isaa beeksise. Nageenya biyya keenyaa fi…

Continue ReadingAyyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

Ji’oottan lamaan darban keessa dhiyeessii oomishaa fi to’annoo daldala seeraan alaa magaalaa Finfinnee keessatti hojiin bu’a qabeessa hojjetamuun ibsame

‎AMN PLUS - Hagayya 17/2017 ‎Ji’oottan lamaan darban Magaalaa Finfinneetti dhiyeessii oomishaa, raabsa meeshaalee, to’annoo meeshaalee seeran alaa, to’annoo daldala seeraan alaa fi dameewwan birootiin bu’aa jajjabeessaan argamuu isaa Koreen…

Continue ReadingJi’oottan lamaan darban keessa dhiyeessii oomishaa fi to’annoo daldala seeraan alaa magaalaa Finfinnee keessatti hojiin bu’a qabeessa hojjetamuun ibsame

Ayyaanota shamarranii waqtii gannaa duudhaa isaanii eeggatanii akka guddatan hojjechuu barbaachisa- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Hagayya 17/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Ashandaa, Ashandiyee, Shaaday fi Soolal shamarraniin waqtii gannaa kana kabajamuun Baga nagaan geessan jedhan. ‎Ayyaanota shamarran ji'oota qorraa keessatti…

Continue ReadingAyyaanota shamarranii waqtii gannaa duudhaa isaanii eeggatanii akka guddatan hojjechuu barbaachisa- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Morkii daarbii caalaa kan ho’u taphni Maanchester Siitiifi Tootenham Hootispars har’a adeemsifama

AMN PLUS - Hagayya 17/2017 Tapha Piriimiyer Liigii Inglaand torbee 2ffaan kalessaa kan eegale yoo ta'u Cheelsiin dirreen alaa imaluun Weestihaam Yunaayitid goolii bal'aa 5-1 injifachuu danda'eera. Har'as taphoonni hedduun…

Continue ReadingMorkii daarbii caalaa kan ho’u taphni Maanchester Siitiifi Tootenham Hootispars har’a adeemsifama