Addis Miidiyaa Neetworkii fi Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallatteessan

‎AMN PLUS-Hagayya 15/2017 ‎Addis Miidiyaa Neetwoorkii fi Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan. ‎Waliigaltee kanas kan mallatteessan Itti aanaa Hoji Raawwachisaa fi Itti gaafatamaa…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetworkii fi Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallatteessan

Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Itoophiyaan qopheessitu irratti Finfinnee addunyaatti beeksisuuf qophiin taasifameera jedhame

‎AMN PLUS - Hagayya 15/ 2017 ‎Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Afriikaa 2ffaa Itoophiyaan keessummeessuuf jirtu irratti Finfinnee addunyaatti beeksisuuf qophiin gahaan taasifamuu isaa Komishiniin Tuurizimii Finfinnee beeksise. ‎Torbeen jijjiirama qilleensaa Dhaabbata…

Continue ReadingYaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Itoophiyaan qopheessitu irratti Finfinnee addunyaatti beeksisuuf qophiin taasifameera jedhame

Aqaaqii Qaallittiitti manni harka qalleeyyii abbaan darbii 4 abbootii warraa 30’f tajaajilu ijaaramuu eegale

AMN PLUS- Hagayya 15/2017 Abbaan Taayitaa Kenninsa Hayyamaafi To'annoo Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojii tola ooltummaa Gannaatiin Mana Harka Qalleeyyii Abbootii Warraa 30'f ijaarsisuu eegaleera. Kutaa Magaalaa…

Continue ReadingAqaaqii Qaallittiitti manni harka qalleeyyii abbaan darbii 4 abbootii warraa 30’f tajaajilu ijaaramuu eegale

Itoophiyaa Waancaa Afriikaarratti ni argina- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Hagayya 15/2017 Invastimantii damee ispoortii irratti taasifamaa jiruun yeroo gabaabaa keessatti Garee Biyyaalessaa waltajjii Afriikaa irratti injifataa ta'e ni uumna jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr)…

Continue ReadingItoophiyaa Waancaa Afriikaarratti ni argina- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Xumuramuun Hidhaa Haaromsaa walii galtee biyyoota Yaa’a Abbayyaatiif boqonnaa haaraa bana- Injinar Geetuu Biiftuu

‎AMN PLUS- Hagayya 15/2017 ‎Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa xumuramuun biyyoota yaa'a Abbayyaatiif walii galtee boqonnaa haaraa kan banu carraa seenaa qabeessa ta'uu, Kaanaadaa Bulchiinsa Albartaa keessa kan jiraatan Qorataa olaanaan…

Continue ReadingXumuramuun Hidhaa Haaromsaa walii galtee biyyoota Yaa’a Abbayyaatiif boqonnaa haaraa bana- Injinar Geetuu Biiftuu

‎Hooggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Leenjiin kennamaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 15/2017 ‎Dandeettii hooggansaa cimsuuf Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif har'a irraa jalqabee Leenjiin kennamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa ibsaniiru. ‎Obbo Kaffaaloon…

Continue Reading‎Hooggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Leenjiin kennamaa jira

‎Misoomni Qarqara Lagaa, akkuma Ashaaraa Magariisaa Afrikaanotaaf fakkeenya – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 15/2017 ‎Pirojektiin misooma qarqara laga Finfinnee akkuma Misooma Ashaaraa Magariisaa Afriikaanotaaf mallattoo fi fakkeenya ta’uu akka danda’u Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr) ibsan. ‎Dr. Abiyyi…

Continue Reading‎Misoomni Qarqara Lagaa, akkuma Ashaaraa Magariisaa Afrikaanotaaf fakkeenya – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Taateewwan gurguddoo Finfinneen tibbana keessummeessitu ilaalchisee qophaa’ummaan caasaa nageenyaa qoratame

AMN PLUS - Hagayya 15/2017 Itoophiyaan taateewwan idil-addunyaa, sadarkaa Afriikaafi biyyaalessaa dhiyeenyatti qopheessitu ilaalchisee qophaa'ummaan caasaa nageenyaa qoratamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa'el bakka argamanitti qorannoo…

Continue ReadingTaateewwan gurguddoo Finfinneen tibbana keessummeessitu ilaalchisee qophaa’ummaan caasaa nageenyaa qoratame