Hojiileen nageenyaa uummata bu’uureffatan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa akka mirkaneessan Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise

‎AMN PLUS - Hagayya 14/2017 ‎Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa, hojiin nagaa fi tasgabbii ummata irratti hundaa’uun hojjatame nagaan akka mirkanaa'u taasiseera jechuun ibsaniiru.…

Continue ReadingHojiileen nageenyaa uummata bu’uureffatan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa akka mirkaneessan Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise

Paartileen Siyaasaa 11 waliin hojjachuuf gamtaa uuman

AMNPLUS – Hagayya 14/ 2017 Paartileen siyaasaa walitti dhufuun gamtaa paartii siyaasaa tokko hundeessan har’a yaa’iiisaanii jalqabaa gageessaniiru. Paartileen siyaasaa kunneen garaagarummaa isaanii kabajuun kaayyoo waloof akka waliin hojjetanis beeksisaniiru.…

Continue ReadingPaartileen Siyaasaa 11 waliin hojjachuuf gamtaa uuman

Ameerikaan waraana ishee gara Yuukireenitti akka hin ergine beeksiste

‎AMN PLUS - Hagayya 14/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp waliigaltee nagaa Raashiyaa fi Yukireen gidduutti taasifamuu malu hordofuun Kiyeeviif wabii nageenyaa mirkaneessuuf jecha gara daangaa Yuukireenitti loltoota hin ergu jechuun…

Continue ReadingAmeerikaan waraana ishee gara Yuukireenitti akka hin ergine beeksiste

Guutummaa Itoophiyaatti Manneen Maree hundeeffamuufi- Boordii Raawwachiistuu Filannoo

‎AMN PLUS- Hagayya 14/2017 ‎Guutummaa Itoophiyaatti Hagayya 14/2017 irraa eegalee guyyoota 7 keessatti Manneen Maree hundeessuun, hoggantootnis akka filataman Boordiin Raawwachiistuu Filannoo Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa beeksise. ‎Filannoon marsaa…

Continue ReadingGuutummaa Itoophiyaatti Manneen Maree hundeeffamuufi- Boordii Raawwachiistuu Filannoo

Deeggaraa Maanchister Yuunaayitid rifeensa murachuuf injifannoo kilaba isaa eegaa jira

AMN PLUS-Hagayya 14/2017 Deeggaraa Maanchister Yuunaayitid rifeensa murachuuf injifannoo kilaba isaa eegu ijoo dubbii ta'e jira. Meet Firaank jedhama,ijoollummaa isaa irraa kaasee deeggaraa Maanchistar Yuunaayitid akka ture hima. Waggaa darbe…

Continue ReadingDeeggaraa Maanchister Yuunaayitid rifeensa murachuuf injifannoo kilaba isaa eegaa jira

Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha’e dhiyaatera

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎Dhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun…

Continue ReadingLabsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha’e dhiyaatera

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaafi Dhaabbanni Daldala Alaa Jaappaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

‎AMN- Hagayya 13/2017 ‎Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa fi Dhaabbanni Daldala Alaa Jaappaan (JETRO) waloon hojjechuuf waliigaltee bittaa fi gurgurtaa mallatteessan. ‎Waliigaltee bittaa fi gurgurtaa kanarratti Hoji raawwachisaa olaanaan Damee Daldalaa Daandii…

Continue ReadingDaandiin Qilleensaa Itoophiyaafi Dhaabbanni Daldala Alaa Jaappaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Cororsaa Galmee Dinqisiisoo Afriikaa irratti galmeessisuuf yaala- Kennaa Saaqqataa

‎AMN PLUS- Hagayya 13/ 2017 ‎Koonsartiin Guddicha Cororsaa 'Chororsa Grand Concert', mata duree “Cororsaa Tokko Miiliyoona Tokkoon” jedhuun geggeeffamuufi. Konsartichi Hagayya 17 Bara 2017 Sanbata Xiqqaa dhufu Hoteela Intarkontinentaaliitti akka…

Continue ReadingCororsaa Galmee Dinqisiisoo Afriikaa irratti galmeessisuuf yaala- Kennaa Saaqqataa

Morkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argatan

AMN PLUS-Hagayya 13/2017 Morkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru. Waldorgommii daayimand liigii bara 2025 kessummeessuuf magaalota qophaa’an keessaa amma kan hafe magaalota sadii qofa. Guyyaa boruu ammoo magaalota…

Continue ReadingMorkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argatan