Mootummaan bara 2018 Fulbaana irraa eegalee hojjettottaaf miindaa fooyyessuuf murteesse

Mootummaan Federaalaa jireenya lammilee fooyyeessuuf carraaqii gochaa jira. Mootummaan haalla kaffaltii gadi aanaa hojjettoota mootummaa yeroo dheeraaf deebii osoo hin argatin tureefi dhiibbaa jireenyaa kanaan wal qabatee dhufu daballii miindaa…

Continue ReadingMootummaan bara 2018 Fulbaana irraa eegalee hojjettottaaf miindaa fooyyessuuf murteesse

Kantiibaa Adaanech Abeebeen, Artiist Dabbabaa Isheetuu lubbuun darbuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

AMN PLUS - Hagayya 11/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, ogeessi guddina ogummaa Tiyaatiraa Itoophiyaa keessatti shoora olaanaa taphatan Artiist Dabbabaa Isheetuun lubbuun darbuutti gaddi itti dhagahamuu ibsan. Maatiifi…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen, Artiist Dabbabaa Isheetuu lubbuun darbuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

MM Abiyyi Ahimad, Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuusaaniin gaddi itti dhagahamuu ibsan

AMN PLUS - Hagayya 11, 2017 Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuusaaniin Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) gaddi itti dhagahamuu ibsan. Seenaa aartii Itoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qaban…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuusaaniin gaddi itti dhagahamuu ibsan

Shaampiyoonaan moo’aa moo’attootaa kilaboota Oromiyaa 23ffaan magaalaa Baatuutti eegale

AMN PLUS - Hagayya 11/2017 Shaampiyoonaan moo'aa moo'attootaa kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa marsaa 23ffaan kilaboota 45 hirmaachisuun magaalaa Baatuutti bifa ho'aan eegale. Sirna baninsasaa irrattii Itti aanaa Hogganan Biiroo Dargaggoofii…

Continue ReadingShaampiyoonaan moo’aa moo’attootaa kilaboota Oromiyaa 23ffaan magaalaa Baatuutti eegale

Dhagaa konkolaatee manarratti jigeen namoonni miseensa maatii tokkoo ta’an 4 lubbuun darban

AMN PLUS- Hagayya 11/2017 Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tentaatti dhagaa guddaa gaara irraa konkolaate manarratti jigeen lubbuun namoota afurii darbuu Kominikeeshiniin Aanichaa ibse. Balichi Hagayya 10/2017 halkan keessa…

Continue ReadingDhagaa konkolaatee manarratti jigeen namoonni miseensa maatii tokkoo ta’an 4 lubbuun darban

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kaffaltii sharafa alaa Doolaara biiliyoona 1 ol raawwate

AMN PLUS - Hagayya 10/2017 Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kaffaltii sharafa alaa Doolaara biiliyoona 1 ol raawwadhe jedhe. Baankichi yeroo yerootti sharafa alaa maamiltoot isaaf barbaachisu dhiyeessuun fedhii sharafa alaa biyyattii…

Continue ReadingBaankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kaffaltii sharafa alaa Doolaara biiliyoona 1 ol raawwate

Itoophiyaa magariituu ijaaruuf ejjennoo qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) ejjennoo Itoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Arbaaminici…

Continue ReadingItoophiyaa magariituu ijaaruuf ejjennoo qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Abiyyi Ahimad (Dr)

Asab osoo hin fudhatin Eertiraaf beekamtii biyyummaa kennuun dogoggora seenaati – Joon Ahimad Abbaa Milkii

‎AMN PLUS - Hagayya 10/2017 Ulaa Galaana Diimaafi Buufata Doonii Asab osoo hin fudhatin Eertiraaf beekamtii biyyummaa kennuun dogoggora seeraafi seenaa ADWUI'n raawwateedha jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Miseensi…

Continue ReadingAsab osoo hin fudhatin Eertiraaf beekamtii biyyummaa kennuun dogoggora seenaati – Joon Ahimad Abbaa Milkii