Dhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

‎AMN PLUS -Hagayya 9/2017 ‎Jenevaatti mariin dhiibbaa pilaastiskaa hir'isuu irratti xiyyeeffatee guyyaa 10'f adeemsifamaa ture waliigaltee tokko malee xumurameera. ‎Bara Faranjootaa 2022tti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaa Eegumsa Naannoo jalatti Senegaal…

Continue ReadingDhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

AMN PLUS - Hagayya 09/2017 Kaabineen magaalaa Finfinnee walgahii Idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa taa'een ajandaalee garagaraa 4 irratti mari'achuun murtoowwan dabarse. Haaluma kanaan :- 1ffaa Qorannoo Hojiirra oolmaa bal'ina…

Continue ReadingKaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

Paartileen siyaasaa waloon hojjechuuf waliigaltee irra ga’an – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

‎AMN PLUS-Hagayya 9/2017 ‎Yaa’ii Paartilee Siyaasaa Afrikaa 12ffaan jijjiirama ardaawaa, fayyadamummaa lammiilee fi ijaarsa mootummaa biyyaalessaaf waloon hojjechuuf waliigaltee irra akka ga’ame Ittigaafatamaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Paartii…

Continue ReadingPaartileen siyaasaa waloon hojjechuuf waliigaltee irra ga’an – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

MM Abiyyi Ahimad (Dr) Warshaa Oomisha meeshaalee aduurraa anniisaa maddisiisan daawwatan

AMN PLUS- Hagayya 09/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) magaalaa Hawaasaatti argamuun Warshaa oomisha meeshaalee humna aduurraa anniisa maddisiisu daawwataniiru. Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, kana dura Veetinaamitti Warshaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) Warshaa Oomisha meeshaalee aduurraa anniisaa maddisiisan daawwatan

Puutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 09/2017 ‎Pireezidaantiin Ameeriikaa Doonaald Tiraamp, gita isaanii Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin waliin mariin taasisan waraana Yuukireen ni dhaabsisna jedhanii abdachuu isaanii ibsanii jiru. Tiraamp har'a Puutiin waliin…

Continue ReadingPuutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp

Kaffaltiin kiraa buufata dooniif Itoophiyaan baaste Hidhaa Haaromsaa 12 ijaara- Salamoon Tafarraa

AMN PLUS- Hagayya 09/2017 Itoophiyaan waggoottan 36 darbanitti kiraa buufata doonii Jibuutiif kaffaltiin baafte Hidhaa Guddicha Haaromsa Itoophiyaa 12 ol ijaarsisuu danda’a jedhan Qorataan damichaa Salamoon Tafarraa. Qorannoowwan hedduu damee…

Continue ReadingKaffaltiin kiraa buufata dooniif Itoophiyaan baaste Hidhaa Haaromsaa 12 ijaara- Salamoon Tafarraa