Mariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Waltajjii Marii kana irratti bakka bu'oonni biyyoota miseensa Dhaabbata Misooma Biyyoota Afriikaa Bahaa (IGAD) fi bakka bu'oonni dhaabbilee SADC, ECOWAS akkasumas Komishinii Garba Indiyaa dhimma qabeenya…

Continue ReadingMariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

Namoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun qaamolee nageenyaa Magaalaa Finfinnee booressuuf yaalaniif obsa akka hin qabne Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksisee jira. ‎Nageenya uummataa kabachiisuuf hojii qindoominaa hojjetameen…

Continue ReadingNamoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

Egereen Afriikaa murtoo gaggeessitootaa irratti bu’uureffama- Obbo Adam Faaraah

‎AMN PLUS-Hagayya 6/2017 ‎Paartilee siyaasaa akka morkattootaatti wal dorgomuurra darbee haala biyyoota hunda hammateen, badhaadhinaa fi nagaa mirkaneessuu qabu jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah. ‎Yaa’iin Paartilee…

Continue ReadingEgereen Afriikaa murtoo gaggeessitootaa irratti bu’uureffama- Obbo Adam Faaraah

Magaalaan Shaggar ispoortii dagaagsuu irratti mul’ata gudda qaba Tashoomaa Addunyaa(PhD) himan

AMN PLUS-Hagayya 06/2017 Magaalaan Shaggar ispoortii dagaagsuu irratti mul'ata guddaa akka qabu Kantiibaan Magaalaa Shaggariifi Walitti qabaan Mana Maree Ispoortii Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa(PhD) ibsan. Garee Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggariif…

Continue ReadingMagaalaan Shaggar ispoortii dagaagsuu irratti mul’ata gudda qaba Tashoomaa Addunyaa(PhD) himan

Tajaajilli Mana Qopheessaa fedhii maamilaa guutaa jira- Injinar Wandimmuu Seettaa

‎AMN PLUS -Hagayya 6/2017 ‎Bara baajataa 2017tti Tajaajilli Mana Qopheessaa haqa qabeessa, dhaqqabaa fi fedhii maamiltootaa kan guute ta'uu Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji Gaggeessaan Olaanaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injinar…

Continue ReadingTajaajilli Mana Qopheessaa fedhii maamilaa guutaa jira- Injinar Wandimmuu Seettaa

Itoophiyaanota bobbii hojiin biyya alaa bahanii Baankii Daldala Itoophiyaatti qusataniif faayinaansii dabalataa dhiheessuuf waliigalteen mallattaa’e

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 Bobbii Hojii Ministeera Hojiifi Ogummaatiin lammiilee Itoophiyaa biyya alaatti hojjechuun mallaqa isaanii Baankii Daldala Itoophiyaatti qusataniif faayinaansii dabalataa dhiyeessuf waliigalteen mallattaa'e. Waliigalticha Ministirri Hojiifi Ogummaa…

Continue ReadingItoophiyaanota bobbii hojiin biyya alaa bahanii Baankii Daldala Itoophiyaatti qusataniif faayinaansii dabalataa dhiheessuuf waliigalteen mallattaa’e

Daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka hin jijjiiramne kan akeekkachiisan marii Ameerikaa fi Raashiyaa Yuukireen irratti fuuleffachuun Alaaskaatti gaggeessuuf jiran, guyyoota lama dursuuni. ‎Hooggantootni Awurooppaa…

Continue ReadingDaangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

Namoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun qaamolee nageenyaa Magaalaa Finfinnee booressuuf yaalaniif obsa akka hin qabne Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksisee jira. ‎Nageenya uummataa kabachiisuuf hojii qindoominaa hojjetameen…

Continue ReadingNamoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

Yaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Gaanaatti yaa'iin 12ffaan paartilee siyaasaa Afriikaa adeemsifamaa jira. ‎Pireezidaantiin Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Olaanaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah fi Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo…

Continue ReadingYaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.