Raashiyaatti waggoota 500 booda yeroo jalqabaatiif volkaanoon dhohe.
AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 Volkaanoon baha fagoo Raashiyaatti waggoota 500 booda yeroo jalqabaaf dhohuun isaa gabaasame. Dhohinsi volkaanoo kun kan mudate torbee darbe keessa yoo ta’u kirkira lafaa guddaa mudateen…