Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsaniiru Kantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo qorqara…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsan

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkotti Biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuu eegalame

AMN PLUS Adoolessa 24/2017 Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 7ffaa bara 2017 guyyaa tokkotti Biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuu guutuu biyyattiitti eegalameera. Itoophiyaan Itoophiyaa keessatti sa’aatii 12 eegalee ummanni baayinaa bahuun ashaaraa…

Continue ReadingSagantaan Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkotti Biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuu eegalame

Ummanni tokkummaan bahee sagantaa ashaaraa magariisaa boruu irratti akka hirmaatan Abbootiin Amantaa waamicha dhiyeessan

‎AMN PLUS- Adoolessa 23/2017 ‎Sagantaa ashaaraa magarisaa kutaalee biyyaa hunda keessatti guyyaa tokkotti biqiltoota miliyoo 700 mata-duree 'dhaabuun bayyanachuudha' jedhun raawwatamu irratti umanni dammaaqinaan akka hirmaataniif abbootiin amantaa waamicha dhiyeessaniiru.…

Continue ReadingUmmanni tokkummaan bahee sagantaa ashaaraa magariisaa boruu irratti akka hirmaatan Abbootiin Amantaa waamicha dhiyeessan

Manni barumsaa sadarkaa lammaffaa Godina Jimmaa magaalaa Bashaashaatti Giiftii Dureen ijaarame eebbifame

‎AMN PLUS- Adoolessa- 23/2017 ‎Piroojektoota gurguddoo Waajjira Giiftii Dureen ijaaramaa jiran keessa barnoota qulqulluu lammii hundaaf dhaqabsisuu irratti kan xiyyeffate yoo ta'u, waggoottan dabran shanan waluumaa galatti manneen barumsaa sadarkaa…

Continue ReadingManni barumsaa sadarkaa lammaffaa Godina Jimmaa magaalaa Bashaashaatti Giiftii Dureen ijaarame eebbifame

Hooggatoonnifi ogeeyyoonni sab-qunnamtii odeeffannoo waqtawaa ummataaf waliin gahuu akka qaban ibsame.

‎AMN PLUS- Adoolessa 23/2017 ‎Hooggatoonnifi ogeeyyoonni sab-qunnamtii odeeffannoo waqtaawaafi sirrii walgahinsa taasisuurratti gahee isaanii cimsuu akka qaban ibsame. ‎Hooggatoonni sab-qunnamtiifi Ogeeyyoonni odeeffannoo waqtaawaafi sirrii walgahinsa taasisuurratti gahee isaanii cimsuu akka…

Continue ReadingHooggatoonnifi ogeeyyoonni sab-qunnamtii odeeffannoo waqtawaa ummataaf waliin gahuu akka qaban ibsame.

Injifannoo waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni dabala jechuun kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee dubbatan

AMN PLUS-Adoolessa 23/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee duula ashaaraa magariisaa guyyaa boruu adeemsifamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaa isaaniin mo'ichaa waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni…

Continue ReadingInjifannoo waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni dabala jechuun kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee dubbatan

Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kamisa dhufu waliin taanee seenaa hojjenna ergaa jedhu dabarsan !

‎AMN PLUS-Adoolessa 23/2017 ‎Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fuula miidiyaa hawaasa isaanii irratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan torban kana sagantaa ashaaraa magarisaafi qormaataf kan hin jilbiiffannee taasisuun ‎Ijaarama boruutif tattaaffi gootun…

Continue ReadingMinistira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kamisa dhufu waliin taanee seenaa hojjenna ergaa jedhu dabarsan !

Mo’icha waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni dabala jechuun kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee dubbatan

AMN PLUS-Adoolessa 23/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee duula ashaaraa magariisaa guyyaa boruu adeemsifamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaa isaaniin mo'ichaa waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni…

Continue ReadingMo’icha waggoottan 6n darban ashaaraa magariisaa irratti argame borus ni dabala jechuun kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee dubbatan

Itoophiyaan saffisaan jijjiiramaa jiraachuu Daarektarri Ol’aanaan Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Zyu Daayuungi dubbatan

‎AMN PLUS - Adoolessa 21/2017 ‎Yaa'iin Sirna Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 2ffaarratti hirmaachaa kan jiran Daarektarri Ol’aanaan Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Zyu Daayuungi jijjiiramni Itoophiyaan galmeessaa jirtu dinqisiifaataniru.…

Continue ReadingItoophiyaan saffisaan jijjiiramaa jiraachuu Daarektarri Ol’aanaan Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Zyu Daayuungi dubbatan

Waabii nyaataa mirkaneessuuf hojiileen baay’een hojjatamuu Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr.) ibsaniru.

‎AMN PLUS - Adoolessa 21/2017 ‎ Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr.) yaa'ii 2ffaa sirna nyaataa Dhaabbata b Biyyoota Gamtoomanii irratti hasa'a baninsaa kan taasisaniiru. Haasaa isaaniin, waabii nyaataa akka biyyaatti…

Continue ReadingWaabii nyaataa mirkaneessuuf hojiileen baay’een hojjatamuu Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr.) ibsaniru.