Itoophiyaan dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu guddifatteetti- Obbo Taaggasaa Caafoo

AMN PLUS- Amajjii 18/ 2018 Itoophiyaan vaayirasii Maarbargi to’achuu danda’uun ishee dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu agarsiisa jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon. Waltajjii hoggansa deebii…

Continue ReadingItoophiyaan dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu guddifatteetti- Obbo Taaggasaa Caafoo

Looret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mana barumsaa ‘Yaadannoo Mootuu Ayyaanoo’ qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarsisan eebbifame

AMN PLUS - Amajjii 17/ 2018 Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Yaadannoo Harmee Looret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mootuu Ayyaanoon Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafootti qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarame eebbifameera.…

Continue ReadingLooret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mana barumsaa ‘Yaadannoo Mootuu Ayyaanoo’ qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarsisan eebbifame

Birmadummaa fi dantaa Itoophiyaa kabachiisuuf nuti rafnee akka hin bulle diinonni keenya beekuu qabu- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Amajjii 16/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad “Nuti dantaa, tokkummaa akkasumas birmadummaa Itoophiyaa kabachiisuuf yoom iyyuu ciisnee akka hin bulle diinotni Itoophiyaa beekuu qabu” jechuun ibsan. Dooktar…

Continue ReadingBirmadummaa fi dantaa Itoophiyaa kabachiisuuf nuti rafnee akka hin bulle diinonni keenya beekuu qabu- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Finfinneetti dargaggoota hojii barbaadan 180 ogummaan leenjisuun hojiitti akka galan taasifaman

‎AMN PLUS-Amajjii 16/2018 ‎Biiroon dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Finfinnee Gamoo abbaa darbii afurii dargaggoota hojii dhabeeyyii tajaajilu Kutaa magaalaa Lidataatti ijaarsise eebbisuun tajaajilaaf qopheesseera. ‎Kana malees dargaggoota hojii dhabeeyyii ogummaa gara…

Continue ReadingFinfinneetti dargaggoota hojii barbaadan 180 ogummaan leenjisuun hojiitti akka galan taasifaman

Agarsiisni Humna Qilleensaa, bashannanaaf osoo hin taane, ga’uumsa teekinooloojii Itoophiyaa hubachiisuufi – Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN PLUS- Amajjii 16/2018 Kabajni guyyaa Humna Qilleensaa 90ffaan seenaa hundeeffamasaa yaadachuuf qofa osoo hin taane, tajaajila olaanaa humni qilleensaa birmadummaa Itoophiyaafi Afriikaaf taasise yaadachiuf jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…

Continue ReadingAgarsiisni Humna Qilleensaa, bashannanaaf osoo hin taane, ga’uumsa teekinooloojii Itoophiyaa hubachiisuufi – Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa KM 10 injifatan

‎AMN PLUS- Amajjii 17/2018 ‎Dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 guyyaa har’a magaalaa Hawaasaatti taasifameen dhiirotaan Atileet Hagoos Gabrahiwoot dorgommicha daqiiqaa 28 fi sekondii 2 fi maayikiroo sekondii 94’tti galuun 1ffaa…

Continue ReadingAtileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa KM 10 injifatan

Gamtaan hojjennee mul’ata Finfinnee fakkeenya badhaadhina taasisuuf qabanne ni mirkaneessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 16/2018 Finfinneen karoora baatii jahaaf qabatte keessaa dhibbantaa 95.3 ol milkeessiteetti jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Raawwiin hojii baatiiwwan jaha paartiifi mootummaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingGamtaan hojjennee mul’ata Finfinnee fakkeenya badhaadhina taasisuuf qabanne ni mirkaneessina – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Gareen Sarkasii Truuppi Kolfee Festivaala Sarkasii Idil addunyaa Moontee Kaarloo irratti Meetii injifate

AMN PLUS- Amajjii 16/2018 Gareen Sarkasii Truuppi Kolfee Festivaala Sarkasii Idil addunyaa Faransaay, Monaakoo Moontee Kaarloo irratti yeroo 48ffaaf adeemsifame medaaliyaa Meetii injifateera. Gareen Sarkasii Truuppi Kolfee kun maanejarummaa Yaneenah…

Continue ReadingGareen Sarkasii Truuppi Kolfee Festivaala Sarkasii Idil addunyaa Moontee Kaarloo irratti Meetii injifate

Finfinneen lammiileen akka of danda’aniif hojii Afriikaaf Fakkeenya ta’u hojjechaa jirti- Mr. Wenchaayi Zhaangi

AMN PLUS - Amajjii 16/2018 ‎Finfinneen lammiileen sagantaa seeftineetiin utubamanii gara oomishuutti akka Ce'an gochuun hojii Afriikaaf Fakkeenya ta'u hojjechaa jirti jedhan Daayirektarri Olaanaa fi Hogganaan Bulchiinsaa Baankii Addunyaa Mr.…

Continue ReadingFinfinneen lammiileen akka of danda’aniif hojii Afriikaaf Fakkeenya ta’u hojjechaa jirti- Mr. Wenchaayi Zhaangi