Finfinneen kaleessa jechaan, har’a gochaan maqaa ishee ganamaa fakkaatteetti – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Bitootessa 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) jiraattotni Finfinnee bu'aa misooma koriidarii kan tahe waan kaleessa hin turin har'a naannawaa mana jireenya isaanitti argachuu ibsaniiru. Ministirri…

Continue ReadingFinfinneen kaleessa jechaan, har’a gochaan maqaa ishee ganamaa fakkaatteetti – MM Abiyyi Ahimad

Mul’ata kee milkeessuuf yeroo hojjettu waanti sitti hir’atu ni jiraata – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) misoomni koriidarii Finfinnee sirna daldalaa magaalattii ammayyeessuu himan. Hojiin kun ilaafi ilaameen bu'aa argame ta'uu ibsaniiru. Misoomichi hawaasa buqqise…

Continue ReadingMul’ata kee milkeessuuf yeroo hojjettu waanti sitti hir’atu ni jiraata – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Misoomni qarqara laggeen Finfinnee rakkina bal’inatti jijjiire – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) misoomni koriidarii qarqara laggeen Finfinnee aarsaa hedduun itti kaffalamee jijjiirama qabatamaa fiduu ibsaniiru. Dooktar Abiyyi turtii Tv Qaanaa waliin…

Continue ReadingMisoomni qarqara laggeen Finfinnee rakkina bal’inatti jijjiire – MM Abiyyi Ahimad

Finfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee qaamolee oomishaalee bu'uuraa boba'aa, zayita nyaataafi kanneen biroo irratti daballii gatii hin malle taasisan irratti tarkaanfii fudhatamaa jiraachuu ibseera.…

Continue ReadingFinfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

Leenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Magaalaa Finfinnee dandeettiin yakkoota raawwatamuu malan dursan ittisuu hojjettoota isaa dabalaa jiraachuu ibseera. Hooggantootni mana hojii Abbaa Taayitaa Kabachiisa Danbii magaalaa…

Continue ReadingLeenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

Jireenya fooyya’aa uumuuf bu’uuraaleen misoomaa murteessoodha-MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Bitootessa 16/2018 Baadiyyaas ta'es magaalaa jiraachuuf bu’uuraaleen misoomaa baay’ee barbaachisoo akka ta'an Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Iddoo hundatti jireenya gaarii jiraachuuf bu'uuraaleen misoomaa murteessoodha kan jedhan…

Continue ReadingJireenya fooyya’aa uumuuf bu’uuraaleen misoomaa murteessoodha-MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kitaabni Mata Dureen Isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) Jedhu Hangafa Aanga’ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame eebbifam

AMN PLUS - Bitootessa 13/2018 Kitaabni Mata dureen isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) jedhu Hangafa Aanga'ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame Yaadannoo Injifannoo Adwaatti eebbifameera. Saganticha irratti Eebbifamoo Abuna Saawiroos Hoji Gaggeessaa…

Continue ReadingKitaabni Mata Dureen Isaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) Jedhu Hangafa Aanga’ootaa Ijaaraa Girmaatiin barreeffame eebbifam

Filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa milkeessuuf gaheen qaamolee nageenyaa murteessaadha – Boordii Filannoo

‎AMN PLUS - Bitootessa 14/2018 Filannoon waliigalaa biyyoolessaa marsaa 7ffaan amanamaafi karaa nageenyi isaa eegameen akka gaggeeffamuuf gaheen qaamolee nageenyaa olaanaa tahuu Itti Aanaan Walitti Qabaa Boordii Filannoo Itoophiyaa Obbo…

Continue ReadingFilannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa milkeessuuf gaheen qaamolee nageenyaa murteessaadha – Boordii Filannoo

Affaar seenaafi uumamaan naannoo sirriitti badhaadhedha – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Bitootessa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa hojii Naannoo Affaaritti taaisaniin Affaar seenaafi uumamaan kan badhaate akka taate ibsan. Loojii Nii’iinii Lee Paalmi qaama sagantaa…

Continue ReadingAffaar seenaafi uumamaan naannoo sirriitti badhaadhedha – MM Abiyyi Ahimad (PhD)