Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS -Mudde 4/2018 ‎Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa Dhimmoota adda addaa irratti xiyyeeffate adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Marii kana irratti Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Alamuu…

Continue ReadingGeediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.

Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Galmoota Pirojektii Zeeroo akka magaalaatti qabamanii jiran keessaa tokko Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Har’a ganama Finfinnee,…

Continue ReadingGargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Godina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018 Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa mata duree "Misraachoo Gubaa; Bu'aalee Mootummaa Ida'amuu" jedhuun adeemsifamaa jira. ‎Uummatni Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Misraachoon Gubaa "Dafqa…

Continue ReadingGodina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

Miseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa, Inistitiyuutii Artefishaal Intalijensii daawwatan

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Hoggantootnifi Miseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Instiitiyuutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwataniiru. Daayirektarri Itti Aanaa Inistitiiyuutichaa Obbo Yittaagasuu Dassaalany waa’ee waajjira haaraa fi hojiiwwan…

Continue ReadingMiseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa, Inistitiyuutii Artefishaal Intalijensii daawwatan

“Yaadaan yeroo waliigallu wantota dhaloota fayyadan irratti xiyyeeffanna” Aadde Liidiyaa

AMN PLUS – Muddee 3/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee tiiktookarootaafi namoota miidiyaa hawaasummaan dhiibbaa uuman waliin mari’ate. Hoggantuun Biirichaa Aadde Liidiyaa Girmaa, yeroon kun yeroo dhugaan boodaa waan…

Continue Reading“Yaadaan yeroo waliigallu wantota dhaloota fayyadan irratti xiyyeeffanna” Aadde Liidiyaa

‎Tibbana qorriifi qilleensi gogaan gara bariifi halkan akka hammaatu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 3/2018 ‎Inistiitiyuutiin Meetiyoorooloojii Itoophiyaa raaga haala qilleensa guyyoota itti aanan10 ilaalchisee ibsa baaseen naannolee Kaaba, Baha, Giddugaleessaafi lafa olka'oo Kibbaatti gara bariifi halkan qorri akka hammaatu beeksiseera.…

Continue Reading‎Tibbana qorriifi qilleensi gogaan gara bariifi halkan akka hammaatu ibsame

Yaa’ii COP 32 haala milkaa’aan keessummeessuuf haalota dandeessisan irratti qooda fudhattoota waliin mari’achuu Kantiibaa Adaanech Abeebeen himan

AMN PLUS – Muddee 3/2018 Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (COP 32) haala milkaa’aan keessummeessuuf haalota dandeessisan irratti qooda fudhattoota waliin mari’achuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.…

Continue ReadingYaa’ii COP 32 haala milkaa’aan keessummeessuuf haalota dandeessisan irratti qooda fudhattoota waliin mari’achuu Kantiibaa Adaanech Abeebeen himan

‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

‎AMN PLUS- Mudde 3/2018 ‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa mata duree "12th Annual Winternational Embassy Showcase” jedhamuun Sadaas 30 bara 2018 qopheessummaa giddu gala gabaa…

Continue Reading‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

Fooramiin Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS -Mudde 3/2018 ‎Fooramii Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jiraachuu ibsameera. ‎Dhaabbileen ijaarsaa Kooriyaa Kibbaa qulqullina hojiitiin beekaman gara hojiitti akka seenaniif mootummaan deeggarsa taasisuuf kutannoo…

Continue ReadingFooramiin Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira.