Mana Biqiltuuwwan Mandhalee- Gullallee
AMN PLUS- Sadaasa 26/2018 Giddugalli Biqiltuu Gullallee teessuma lafaa tabbaaf dachaa miidhagaa, bosonaan haguugameen Gaara Inxooxxoorratti hirkatee argama. Lafa hektaara 705 ol, mukkeen Mandhaaleen haguugamr, burqituu bishaanii achiis asiis mul'atan,…