Ijaarsa Akkaadamii Baaburaa Bishooftuutiif dhagaan bu’uuraa kaa’ame
AMN PLUS- Sadaasa 13/2018 Ijaarsa Akkaadamii Baaburaa Bishooftuutiif dhagaan bu'uuraa Ministira Geejjibaafi Loojistiksii Dr.Alamuu Simeetiin kaa'ameera. Geejjiba biyyattii si'ataafi Sadarkaa addunyaatti dorgomaa taasisuuf hojiin seena qabeessa hojjachaa jiraachuu kan himan…