Finfinneen fakkeenya Badhaadhinaati- Obbo Awwaluu Abdii
AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 Pirezidaantiin Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii turtii Addatti AMN PLUS waliin taasisaniin, "Hojiileen misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjataman ciminni hooggansaa kan itti mul'atee fi…