Paartiin Badhaadhinaan Dhimma Ulaa Galaanaa fi cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa biroo sirreessuuf qooda fudhattoota biroo waliin cichoominaan akka hojjetu beeksise

AMN Plus-Onkoloolessa 14/2018 Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Ulaa Galaanaa dabalatee cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa suphuuf qooda fudhattota waliin ciminaan hojjetama jedhe. Pirezidaantii itti aanaan paartichaa Adam Faaraah akka jedhanitti,…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaan Dhimma Ulaa Galaanaa fi cabiinsa faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa biroo sirreessuuf qooda fudhattoota biroo waliin cichoominaan akka hojjetu beeksise

Hidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 14/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Koyishaatti miseensota kaabinee wajjin taasisaniin, Hidhi Koyishaa ijaaramaa jiru Dheerina Meetira 128 akka qabu ibsaniiru. ‎Kunis Hidha haaromsaa irraa…

Continue ReadingHidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Guyyootii 100 keessatti sharafni alaa doolaara biiliyoona 8.29 argameera- Fitsum Asaffaa (Dr)

AMN Plus- Onkoloolessa 14/2018 Guyyootii 100 darban keessatti sharafni alaa doolaara biiliyoona 8.29 a akka argame Ministirri Pilaaniifi Misoomaa Fitsum Asaffaa (Dr) ibsan. Dooktar Fitsum qorannaa raawwii diinagdee gooroo guyyootii…

Continue ReadingGuyyootii 100 keessatti sharafni alaa doolaara biiliyoona 8.29 argameera- Fitsum Asaffaa (Dr)

Faayidaan Biyyaalessaa akka mirkanaa’uuf hojjenna- Paartii Diimokiraatawaa Tigray

AMN PLUS - Onkoloolessa 14/2018 Paartiin Diimokiraatawaa Tigraayi yaa'ii dhaabbattummaa jalqabaa Finfinneetti taa'aa jira. Yaa'icharratti dursaa olaanaan paartichaa Obbo Geetaachoo Raddaa fi miseensotnifi hoggantoonni Paartichaa argamaniiru. Ulaa galaanaa dabalatee Faayidaan…

Continue ReadingFaayidaan Biyyaalessaa akka mirkanaa’uuf hojjenna- Paartii Diimokiraatawaa Tigray

Baatiiwwan sadii keessatti daldaltoota seeran ala gatii hin malle dabalan kuma 5fi 760 irratti tarkaanfiin fudhatameera- Adde Habiibaa Siraaji

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 14/2018 ‎Sababa sirreeffama miindaa hojjetoota mootummaatiin daballiin gatii hin mallee akka hin mudanne hordofiifi to'annoo cimaa taasifamaa jiraachuu Hooggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj himan…

Continue ReadingBaatiiwwan sadii keessatti daldaltoota seeran ala gatii hin malle dabalan kuma 5fi 760 irratti tarkaanfiin fudhatameera- Adde Habiibaa Siraaji

Balballi sirratti cufamee hin teessu, yoo cime karaa foddaa baata- Obbo Hordofaa Baqqalaa

AMN PLUS- Onkoloolessa 14/2018 Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa duraanii Obbo Hordofaa Baqqalaa Itoophiyaan uummata Miliyoona 130 ol qabdu ulaa galaanaa dhabuun ishee dogoggora seenaati jedhan. Dooktarri Kabajaa…

Continue ReadingBalballi sirratti cufamee hin teessu, yoo cime karaa foddaa baata- Obbo Hordofaa Baqqalaa

Qabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 13/2018 ‎Biiliyeenarri lammii Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen taaksii malee qabeenya Dolaaraa biiliyeena 30 walitti qabachuun Afrikaarraa nama jalqabaa ta'eera. ‎Torban lamaan dura biiliyoonarata Biluumbarg tarreesse keessaa qabeenyi…

Continue ReadingQabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

‎Komishinichi torban kana Tigraayitti imaluun bulchiinsa yeroo naannichaafi hawaasa waliin ni mari’ata

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 13/2018 ‎Dhimmoota biyyaalessaa bu'uura ta'an irratti mariiwwan gochuun waliigaltee biyyaaleessaa fooyya'aa uumuuf akka gargaaru Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Yuunaas Adaayee (PhD) dubbataniiru. ‎Komishinar Yuunaas (PhD) AMN…

Continue Reading‎Komishinichi torban kana Tigraayitti imaluun bulchiinsa yeroo naannichaafi hawaasa waliin ni mari’ata