Hojiin misoomaa hedduun bifa lakkaa’amuu fi qabatamaan magaalaa finfinneetti hojjetamaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Sadaasa 10/2017 Hojiin misoomaa hedduun bifa lakaa’amuu danda’uu fi qabatamaan Fagaalaa Finfinneetti hojjetamaa kan jiru ta’uu kantiibaa Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech Yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 4ffaa Mana…

Continue ReadingHojiin misoomaa hedduun bifa lakkaa’amuu fi qabatamaan magaalaa finfinneetti hojjetamaa jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kurmaana bara bajataa kanatti dhiibbaa jireenyaa uummatarra gahu salphisuuf hojiin hojjetame jajjabeessadha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Sadaasa 10/2017 Bulchiinsii Magaalaa Finfinnee kurmaana bara bajataa kanatti dhiibbaa jireenyaa uummatarra gahu salphisuuf hojiin hojjete jajjabeessaa ta’uu isaa kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech yaa’ii idilee 1ffaa,…

Continue ReadingKurmaana bara bajataa kanatti dhiibbaa jireenyaa uummatarra gahu salphisuuf hojiin hojjetame jajjabeessadha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Abdurraahmaan Mohaammad Pireezidaantii Somaaliilaandi ta’uun filaman

AMN- Sadaasa 10, 2017 “Irro” jedhamuun kan beekaman Abdirraahmaan Mohaammad Abdillaahiin Pireezidaantii Somaaliilaandi ta'uun filamaniiru. Komishiniin filannoo Somaaliilaandi Abdirraahmaan Mohaammad Abdullaahiin filannicha injifachuu beeksiseera. Paartii “WADDANI” irra kaadhimamuun filannicharratti kan…

Continue ReadingAbdurraahmaan Mohaammad Pireezidaantii Somaaliilaandi ta’uun filaman

MM Abiyyi Ahimad (Dr.) Indaastiriiwwan sochii ‘Itoophiyaan Haa oomishtu’ gaggeessan daawwatan

AMN- Sadaasa 09/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Indaastiriiwwan sochii 'Itoophiyaan Haa oomishtu' gaggeessan daawwataniiru. Dooktar Abiyyi omishtummaan damee dhuunfaa biyya keessaa, misooma indaastirii biyyaalessaa galmaan ga’uu fi dinagdee…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr.) Indaastiriiwwan sochii ‘Itoophiyaan Haa oomishtu’ gaggeessan daawwatan

Waldaaleen hojii gamtaa diinagdee biyyaa utubuuf gahee adda durummaa bahatu jedhame

AMN- Sadaasa 09/2017 Waldaaleen hojii gamtaa ciminaan yoo hojjatan dinagdee biyyaa tumsuu keessatti shoora mataa isaanii bahachuu ni danda'uu jedhe Koomishiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee. Komishinichi qooda fudhattoota waliin…

Continue ReadingWaldaaleen hojii gamtaa diinagdee biyyaa utubuuf gahee adda durummaa bahatu jedhame

Yukireen misaa’ela fageenya dheeraa Raashiyaatti akka dhukaastu Joo Baayidan eeyyaman

AMN- Sadaasa 09/2017 Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yukireen misaa'ela fageenya dheeraa biyyattiin dhiyeessituuf Raashiyaatti akka dhukaastu yeroo jalqabaaf eeyyaman. Pireezideentiin Yukireen Voloodmiir Zeleeniskiin, dhorkaan misaa'ela ATACMS jedhamuu akka ka'u yeroo…

Continue ReadingYukireen misaa’ela fageenya dheeraa Raashiyaatti akka dhukaastu Joo Baayidan eeyyaman

Kitaabni ‘Faana Goototaa’ Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa’e eebbifamaa jira

AMN- Sadaasa 8, 2017 Kitaabni 'Faana Goototaa' seenaa atileetota gameeyyii Itoophiyaarratti xiyyeeffate Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa'uun Adaamaa Riisoortii Karrayyuu Hiilitti eebbifamaa jira. Sirna eebbichaa irratti Atileetii gameessa abbaa umrii…

Continue ReadingKitaabni ‘Faana Goototaa’ Gaazexeessaafi Barreessaa Masfin Badhaasaan barraa’e eebbifamaa jira

Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee

AMN Sadaasa 08, 2017 Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksisaa turuu Kantibaan Magaalaa Finfinhee Aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru. Miidhagina magaalaa Finfinnee keessaa tokko kan ta'e dorgommii fiigicha guddaa…

Continue ReadingFiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee