Yuunivarsiitichi rakkoo Indastiriiwwanii adda baasuun furmaata qorannoo irratti hundaa’e kennaa jiraachuu beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 2/2018 Oomishtummaan Indastiriiwwanii akka dabaluufi qorannoo, teekinooloojii fi kalaqaan kan hogganaman akka ta'aniif shoora olaanaa bahachaa akka jiru Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teekinooloojii Finfinnee beeksise. Oomishtummaan Indastiriiwwanii akka…

Continue ReadingYuunivarsiitichi rakkoo Indastiriiwwanii adda baasuun furmaata qorannoo irratti hundaa’e kennaa jiraachuu beeksise

Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa bara 2018 guutummaan guutuutti marsariitiidhaan kennuuf qophiin dursaa taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan raawwii hojii damee barnootaa…

Continue ReadingQormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

‎Finfinneetti barattoota kuma 940 oliif guyyaatti yeroo lama nyaatni dhiyaataa jira- Aadde Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajji 29/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii Mana Maree Magaalaa Finfinneef dhiyeessaa jiru. Gabaasa isaaniin ‎Finfinneetti sababa dhiibbaa jireenyaan barattootni maaddii…

Continue Reading‎Finfinneetti barattoota kuma 940 oliif guyyaatti yeroo lama nyaatni dhiyaataa jira- Aadde Adaanech Abeebee

‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen

AMN PLUS - Amajjii  21/2018‎Dargaggoonni umrii kurnan keessa jiran irra caalaan isaanii tapha dijitaalaa fi tapha viidiyootiin qabamanii argamu, Ameen garuu daandii adda ta'e filateera.‎‎Umurii isaa waggaa 10tti ga'eessota hedduu…

Continue Reading‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen

Itoophiyaatti Barnootni Dijitaalaa Babal’achaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Itoophiyaan darattootnii fi dargaggootni barnootaafi ogummaa teekinooloojiidhaan deggerame akka argataniif sirna dijitaalaa babal’isaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera. Maloota walitti hidhamiinsa intarneetii mijeessuun akkasumas meeshaalee dijitaalaa…

Continue ReadingItoophiyaatti Barnootni Dijitaalaa Babal’achaa jira- Waajjira Ministira Muummee

Looret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mana barumsaa ‘Yaadannoo Mootuu Ayyaanoo’ qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarsisan eebbifame

AMN PLUS - Amajjii 17/ 2018 Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Yaadannoo Harmee Looret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mootuu Ayyaanoon Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafootti qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarame eebbifameera.…

Continue ReadingLooret Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa Mana barumsaa ‘Yaadannoo Mootuu Ayyaanoo’ qarshii miiliyoona 60 oliin ijaarsisan eebbifame

Dooktar Abiyyi Aanaa Surmaatti Mana Barumsaa Waajjira Giifti Dureetiin ijaarame dabarsanii kennan

AMN PLUS - Amajjii 9/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa Aanaa Surmaatti Mana Barumsaa Waajjira Giifti Dureetiin ijaarame dabarsanii kennan. Manni…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Aanaa Surmaatti Mana Barumsaa Waajjira Giifti Dureetiin ijaarame dabarsanii kennan

Hurufni Boombii (Jaanmeedaa): Dirree Ayyaana Cuuphaa waliin barootaaf hidhata guddaa qabu

AMN PLUS- Amajjii 9/2018 Finfinneen Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa Jaanmeedaa Hurufa Boombiitti kabajamu haalaan keessummeessuuf qophii taasifteetti. Ayyaanni Yaadannoo Cuuphaa Iyyasuus Kiristoos gama duudhaa amantaa isaa eegeen hordoftoota Amantaa Ortoodooksii…

Continue ReadingHurufni Boombii (Jaanmeedaa): Dirree Ayyaana Cuuphaa waliin barootaaf hidhata guddaa qabu

Waliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 30/2018 Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree akka cimsu Waajjirri Ministira Muummee ibse Daa’imman barnootaa fi jireenya isaaniin akka milkaa’aniif ogummaafi beekumsa isaan barbaachisu gonfachiisuun barnootaa waaraafi…

Continue ReadingWaliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee