Foormulaa haaraa Herregaa kan argate Kennaasaa Dastaa maalirra jira?
AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Godina Gujii Aanaa Sabbaa Boruutti dhalatee kan guddate Kennaasaa Dastaa Foormulaa haaraa Muummee barnoota Herregaa kan garagarummaa Laakkofsa lama jidduu jiru beekuuf gargaaru argatuun ijoo dubbii…