Buufanni Xiyyaaraa Yaa’aballoo Hagayya 25 eebbifamuun tajaajila eegala
AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Buufanni Xiyyaaraa Yaa'aballoo Hagayya 25/2017 eebbifamuun tajaajila eegala. Buufanni Xayyaaraa Yaaballoo wayita eebbifamu torbanitti balallii guyyaa 3 akka kennu odeeffannoon Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa nuuf erge…