Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa beeksisan

AMN – Bitootessa 12/2017 Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa Nikozii Awweelaa (Dr) beeksisuu isaanii Ministirri Daldalaafi Walitti hidhamiinsa Naannawaa…

Continue ReadingItoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa beeksisan

Kaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru biyyaa akka hin baane ajaja dabarse

AMN - Bitootessa 10/2017 Biiroon Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru 8 biyyaa akka hin baane ajaja dhorkaa dabarsuu beeksiseera.…

Continue ReadingKaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru biyyaa akka hin baane ajaja dabarse

Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol, Kaappitaala Birrii Biiliyoona 72 ol galmeessaniif lafa Investimantii murteesseera. Boordichi walgahii har'a taa'een Abbootii Qabeenyaa biyya…

Continue ReadingBoordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

Naannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Naannoo Oromiyaatti Xaa'oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Ejensiin Babal'ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa dhiyeessaa fi raabsaa xaa'oo bara 2017/18 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera. Hoogganaan…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017 Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIPi fi Chhartarii addaaf oolu Boiyiingii Buzinasii 737- 800 guyyaa har'aa gara biyyaatti gahachuusaa beeksiseera. Xiyyaarri bizinasii kun keesattuu Afrikaa keessatti…

Continue ReadingDaandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

Buufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa nan fudhadha- Biiricha

AMN PLUS- Bitootessa 4/2017 Buufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa akka fudhatu Biiroon Daldala Bulchiinsa Magalaalaa Finfinee beeksiseera. Magaalatitti hanqinni dhiyeesa boba’aa akka huinjirre kan ibsan Itti Gaafatamtuun Biircha…

Continue ReadingBuufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa nan fudhadha- Biiricha

Baankiin Daldala Itoophiyaa Birrii miliyoona 15 gargaarsa tola ooltummaa taasise

AMN PLUS- Bitootessa 3/2017 Baankiin Daldala Itoophiyaa dhaabbata Baabuul Haayiriif gargaarsa tola ooltummaa Birrii miliyoona taasiseera. Baankii Daldala Itoophiyaan dhaabbilee hojii tola ooltummaa hojjetaniifi deeggaramu taasisu keessaa tokko kan ta’e…

Continue ReadingBaankiin Daldala Itoophiyaa Birrii miliyoona 15 gargaarsa tola ooltummaa taasise

Industiriin Godoo carraa hojii bal’aa uumuu fi kalaqa jajjabeessuun dinagdee biyyaa ariifachiisa-Kominikeeshinii Magaalaa Shaggar

AMN PLUS- Bitootessa 2/2017 Industiriin Godoo carraa hojii bal'aa uumuu fi kalaqa jajjabeessuun dinagdee biyyaa ariifachiisuu akka danda’u Waajjirri Kominikeeshinii Magaalaa Shaggar beeksiseera. Mootummaan fayyadamummaa hawaasaa guddisuuf carraawwan jiru hundatti…

Continue ReadingIndustiriin Godoo carraa hojii bal’aa uumuu fi kalaqa jajjabeessuun dinagdee biyyaa ariifachiisa-Kominikeeshinii Magaalaa Shaggar

Dhaabbileen mootummaa sadii damee tuurizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsan hojjechuuf walii mallatteessan

AMN PLUS- Guraandhala 25/2017 Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa fi Ministeerri Tuurizimii har’a damee turizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsaan waliin hojjechuu isaan dandeessisu irratti waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha kan…

Continue ReadingDhaabbileen mootummaa sadii damee tuurizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsan hojjechuuf walii mallatteessan

Injifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS- Guraandhala 20/2107 Injifannoon Adawaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, Itoophiyaanotni mo’icha waloo tokkummaan kan galmeessan ta’uu Minstirri Bishaaniif Inarjjii Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. Hidhi Haaromsaas seenaa guddaa dhaloota…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)