Kantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

AMN PLUS- Fulbaanaa 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen hojii tola ooltummaa gannaatiin ijaaraman kuma 1fi 671 lammiilee biyyaaf oolmaa guddaa oolaniifi maanguddoota dadhaboof dabarsan. Ijaarsi manneen kanneenii…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

Ayyaanota dirree tibbana kabajamaniif tola ooltotaafi raayyaa nageenyaa waliin mari’atame

AMN PLUS- Fulbaana 10/2018 Nageenya waaraafi hojii misoomaa eegalame itti fufsiisuun imala badhadhinaa milkeessuuf tumsi lammillee hundaa murteessa ta'uu Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa himan.…

Continue ReadingAyyaanota dirree tibbana kabajamaniif tola ooltotaafi raayyaa nageenyaa waliin mari’atame

Herregni Baankii namoota 123 uggurame

‎AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 ‎Lakkoofsi herrega Baankii namoota seeraan ala sharafa alaa irratti hirmaachuun shakkamanii 123 ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. ‎Sosochiin maallaqaa shakkamtoota kanneenii dhorkamuunsaa itti gaafatamummaa seeraa mirkaneessuf…

Continue ReadingHerregni Baankii namoota 123 uggurame

Ukkaamfameera jedhee haadha warraasaa sobuun birri miiliyoona 3 kan gaafate to’atame

AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 Namni dhuunfaa osoo hin ukkaamfamin ukkaamfameera jedhee miiltoo gaa'elaa isaa birrii miiliyoona 3 gaafate to'atamuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise. Namtichi maqaan isaa Dooktar Ababaawu…

Continue ReadingUkkaamfameera jedhee haadha warraasaa sobuun birri miiliyoona 3 kan gaafate to’atame

Godina Booranaa Bahaatti hidhattoonni 130 karaa nagaatiin harka kennatan

AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 Godina Booranaa Bahaatti miseensonni hidhatanii ABO Shanee bosona keessa socho'uun hawaasa goolaa turan 130 karaa nagaatiin harka kennataniiru. Ajajaan Kutaa Waraanaa Ajaja Kibbaa Leetenaal Koloneel Gabree…

Continue ReadingGodina Booranaa Bahaatti hidhattoonni 130 karaa nagaatiin harka kennatan

Bara 2018tti itti quufinsa hawaasaa dabaluuf ni hojjetama- Aadde Buzeenaa Alkadir

AMN PLUS- Fulbaana 8/2018 Manni Maree Magaalaa Finfinnee Milkaa'ina Karoora hojii bara baajataa 2018f Miseensota Kaabinee Magaalattii waliin Walii galtee hojii Mallatteesse. Af- yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa…

Continue ReadingBara 2018tti itti quufinsa hawaasaa dabaluuf ni hojjetama- Aadde Buzeenaa Alkadir

Ayyaanni Masqalaafi irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin gahaan taasifameera

AMN PLUS- Fulbaana 7/2017 Ayyaanni Masqalaafi irreechaa karaa duudhaafi aadaa isaa eeggateen nagaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifamuu isaa Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa ibsaniiru.…

Continue ReadingAyyaanni Masqalaafi irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin gahaan taasifameera

Tibbana taatee lafti cituu mudateefi tarkaanfiiwwan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fudhataa jiru maali?

AMN PLUS - Fulbaana 6/2018 Magaalaa Finfinneetti abbootii warraa 29 naannawa lafti dhodhooheerraa kaasuun hojiin balaa kana to'achuu hojjetamaa jiraachuu Manni Qopheessaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti Hoji…

Continue ReadingTibbana taatee lafti cituu mudateefi tarkaanfiiwwan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fudhataa jiru maali?

Namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to’annoo jala oolfaman

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti, Fulbaana 3 Bara 2018, namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to'annoo jala oolfamanii qoratamaa akka jiran Qajeelchi Waliigalaa…

Continue ReadingNamootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to’annoo jala oolfaman

‎Hiriira deggersaa boriif Daandiiwwan muraasa cufaa ta’an

‎AMN PLUS- Fulbaana 3/2018 ‎Xumuramuu hidha haaromsaa sababeeffachuun hiriira deggersaa bor ganama taasifamuuf daandiiwwan muraasni cufaa akka ta'an Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise. Halkan sa'aatii 10:00 irraa eegalee, ‎…

Continue Reading‎Hiriira deggersaa boriif Daandiiwwan muraasa cufaa ta’an