Waliin taanee hariiroo Afriikaa-Awurooppaa haaraa uumna- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Guraandhala 06/2018 Afriikaan Itaalii waliin taatee Ardii Awurooppaa waliin hariiroo haaraa hirkattummaarraa bilisa ba'uun walkabajuu bu'uureffate ni ijaarra jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Yaa'iin Afriikaa-Itaalii…

Continue ReadingWaliin taanee hariiroo Afriikaa-Awurooppaa haaraa uumna- MM Abiyyi Ahimad

Itoophiyaan karra Galaana karaa nagaan ni mirkaneeffatti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Guraandhala 07/2018 Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afriikaa 39ffaa Finfinneetti adeemsifamaa jiru irratti, biyya akka Itoophiyaaf addunyaa biraa waliin karaan ittiin wal quunnaman jiraachuun murteessaa tahu Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi…

Continue ReadingItoophiyaan karra Galaana karaa nagaan ni mirkaneeffatti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Egereen Itaalii fi Awurooppaa, Afriikaa nagaan ishee miraknaa’ee fi badhaate irratti hundaa’a- Joorjiyaa Meeloonii

AMN PLUS-Guraandhala 7/2018 Ministirri Muummee Itaalii Joorjiyaa Meeloonii, Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afriikaa 39ffaa irratti hirmaachuun ergaa dabarsaniin egereen Itaalii Afriikaa nagaan ishee mirknaa’ee fi badhaate irratti akka hundaa’u ibsan. Marii…

Continue ReadingEgereen Itaalii fi Awurooppaa, Afriikaa nagaan ishee miraknaa’ee fi badhaate irratti hundaa’a- Joorjiyaa Meeloonii

MM Abiyyi Ahimad (PhD) DuraTaa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari’atan

‎AMN PLUS - Guraandhala 07/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari'achuu ibsan. ‎Dooktar Abiyyi Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti "Dura…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) DuraTaa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad PhD, Ministira Muummee Baarbeedos ta’uun yeroo 3ffaaf kan filaman Miyaa Mootileef ergaa baga gammaddanii dabarsan

AMN PLUS- Guraandhala 07/2018 Ministirri Muummee Baarbeedoos Miyaa Mootileen irra deebiin filatamuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad PhD, Ministira Muummee Baarbeedos ta’uun yeroo 3ffaaf kan filaman Miyaa Mootileef ergaa baga gammaddanii dabarsan

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa Finfinneetti taa’amu injifannoo dippiloomaasiin dantaa biyyaalessaa kabachiisuudha – Hayyuu Saayinsii Siyaasaa

AMN PLUS-Guraandhala 05/2018 Yaa’iin Gamtaa Afriikaa Finfinneetti adeemsifamuun isaa injifannoo guddaa gama dippiloomasiin dantaa biyyaalessaa Itoophiyaa kabachiisuu danda’u ta’uu hayyuun saayinsii siyaasaa Obbo Solomoon Tafarraa ibsan. Yaa’iin Gamtaa Afriikaa 39ffaa…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa Finfinneetti taa’amu injifannoo dippiloomaasiin dantaa biyyaalessaa kabachiisuudha – Hayyuu Saayinsii Siyaasaa

Finfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

‎AMN PLUS – Guraandhala 05/2018‎‎Finfinneen teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaan akka wiirtuu dippiloomaasii Ardii Afrikaa taatu taasise jedhan Komiishinii Diinagdee Gamtaa Afrikaatti Ogeessi Diinagdeefi Bulchiinsa Baajataa kaadhimamaan PhD Namoomsaa Mangashaa…

Continue ReadingFinfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

Tuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi

AMN PLUS - Guraandhala 05/2018 Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootewoos (PhD) Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Mohaammad Alii Naafaatii waliin mari'ataniiru. Ministiroonni lamaan hariiroo daldalaa fi investimentii biyyi isaanii Itoophiyaa waliin…

Continue ReadingTuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi

‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

‎AMN PLUS- Amajjii 21/2018 ‎Tireevar Noohaa lammii Ameerikaa Afrikaa Kibbaatti dhalatee yeroo ammaa biyya Ameerikaa keessa jiraatudha. ‎Noohaan hojiilee komedii isaan sadarkaa idil addunyaatti beekamtii guddaa kan horate yoo ta'u,…

Continue Reading‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

Dr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

‎AMN PLUS - Amajjii 20/2018 ‎Ministirri Dhimma Alaa Dr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaaw waliin waajjira isaaniitti mari’ataniiru. ‎Mariin isaanii hariiroo waliigalaa Itoophiyaa fi Ameerikaa…

Continue ReadingDr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan