Tumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Mudde 18/ 2018 Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi…

Continue ReadingTumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Ministeerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsan

‎ AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Ministeerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsanii kennuun isaanii ibsame. ‎Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiiwos (PhD), anga'ootni federaalaafi…

Continue ReadingMinisteerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsan

“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Mudde 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) har’a Pirezidaantii Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo waajjira isaaniitti simatanii kan waliin mari’atan ta’uu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Daawwannaa hojii Pirezidaant Ruutoon…

Continue Reading“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan

AMN PLUS- Mudde 10/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Mohaammud waliin mari’achuu isaanii ibsan. Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti qoodaniin, hariiroo waloo…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan

‎”Daawwannaan keessan hariiroon dippiloomaasii biyyoota lamaanii akka guddate agarsiisa”- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 8/2018 ‎Daawwannaan Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodii Itoophiyaatti taasisan hariiroon dippiloomaasii biyyoota lamaanii guddachuu akka agarsiisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)…

Continue Reading‎”Daawwannaan keessan hariiroon dippiloomaasii biyyoota lamaanii akka guddate agarsiisa”- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Imala Itoophiyaan Dhaabbata Daldala Addunyaatti makamuuf taasistu Indiyaan ni deggarti- Ministira Muummee Naareendiraa Moodii

‎AMN PLUS- Mudde 8/2018 ‎Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin walitti dhufeenyi Itoophiyaafi Indiyaa michooma biyyoota lamaanii caalaatti guddisuun faayidaa biyyoota lamaanii irratti waliin hojjechuuf bu'aa guddaa akka qabu ibsan. ‎Adeemsa…

Continue ReadingImala Itoophiyaan Dhaabbata Daldala Addunyaatti makamuuf taasistu Indiyaan ni deggarti- Ministira Muummee Naareendiraa Moodii

Itoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa hojiif gara Itoophiyaa kan dhufan Ministira Muummee Indiyaa Neeraandraa Moodii simataniiru. Simannaa kana booda Mr. Moodiin ergaa karaa Twitter…

Continue ReadingItoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii