Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf waadaa galle, tokko lamaan raawwachaa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Misooma Koriidarii Saarbeeti-Addabaabaayii Jarmanii-Gaarmantii Furiitti fulla'u eebbifamee tajaajilaaf banaa tahuu ibsaniiru. ‎Sirna eebbaa irratti Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(PhD) fi miseensotni Koree…

Continue ReadingUummata keenya amanamummaan tajaajiluuf waadaa galle, tokko lamaan raawwachaa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Hidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 14/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Koyishaatti miseensota kaabinee wajjin taasisaniin, Hidhi Koyishaa ijaaramaa jiru Dheerina Meetira 128 akka qabu ibsaniiru. ‎Kunis Hidha haaromsaa irraa…

Continue ReadingHidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Finfinneen tola ooltota waan qabanirraa gumaachaniif beekamtii kennaa jirti

AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 Bulchiinsi Magaalaan Finfinnee tola ooltota bara 2017tti waan qabanirraa gumaachuun jireenya lammiilee jijjiiruu keessatti qooda isaanii ba'ataniif Giddugala Konveeshinii Idil addunyaa Addisitti beekamtii kennaa jira. Sagantaa…

Continue ReadingFinfinneen tola ooltota waan qabanirraa gumaachaniif beekamtii kennaa jirti

Carraan guddachuu harka keenya jira- Obbo Junaddiin Saaddoo

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 ‎Daawwannaa Baaleetti Ministirri Muummeefi Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon akkasumas Hoggantoonni duraanii taasisaniin holqa Soofumaritti marii taasisan irratti, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Junaddiin Saaddoo “Carraan guddachuu…

Continue ReadingCarraan guddachuu harka keenya jira- Obbo Junaddiin Saaddoo

Waggoottan 10 dhufanitti Itoophiyaan diinagdeen Afrikaa irraa 1ffaa taati- MM Abiyyi Ahimad

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 ‎Itoophiyaan Waggoottan 10 dhufan keessatti Afrikaa irraa diinagdeen 1ffaa akka taatu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) marii anga'oota ammaafi buleeyyii wajjin Baalee Soof Umaritti taasisan…

Continue ReadingWaggoottan 10 dhufanitti Itoophiyaan diinagdeen Afrikaa irraa 1ffaa taati- MM Abiyyi Ahimad

Qabeenya hamma kana osoo qabnuu maaliif hiyyoomne gaaffii jechuuf deebii hin arganne- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 10/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa tibbana Naannoo Oromiyaa, Godina Baaleetti taasisaniin booreen itti dhaga'amuu ibsan. ‎Waa'ee qabeenya Itoophiyaan qabduu yoo yaadan, hiyyummaan hamma kadhaa…

Continue ReadingQabeenya hamma kana osoo qabnuu maaliif hiyyoomne gaaffii jechuuf deebii hin arganne- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kantiibaa Adaanech Abeebeen, Haji Umar Idris lubbuun darbuusaaniin gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibsan

AMN Plus - Onkoloolessa 09/2018 Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idiris lubbuun darbuu isaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen, Haji Umar Idris lubbuun darbuusaaniin gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibsan

MM Abiyyi Ahimad, Haji Umar Idiris du’aan boqochuutti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsan

AMN Plus - Onkoloolessa 09/2018 Haji Umar Idiris bara gaggeessummaa isaaniitti qaamoleen gara garaa akka gara tokkummaatti dhufan abbaa hojjechaa turan ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) himan. Dooktar…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Haji Umar Idiris du’aan boqochuutti gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsan

MM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

AMN Plus- Onkololeessa 8/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru. Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjiin Piroojektii Misooma Jallisii laga…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

AMN Plus- Onkoloolessa 08/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa bara 2018 qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Waltajjichaan raawwii guyyootii 90 ilaaluun, milkaa’inaa fi qaawwa mul’atan…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale