Gibira kaffaltan amanamummaan misoomaaf oolchinee magaalaa keenya jijjiiraa jirra- Kantiibaa Adaanech
AMN PLUS- Onkoloolessa 6/2018 Gibira lammiileerraa walitti qabamu amanamummaan misoomaaf oolchinee magaalaa keenya jijjiiruun hiyyumaas xiqqeessaa jirra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech abeebee. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee mata duree “Gibira…