Akka Heera Mootummaa Federaalawa Dimookiraatawaa Rippabiliika Itoophiyaa Asxaan alaabaa gidduu jiru Hiikni isaa maali?

AMN PLUS Onkoloolessa 3/2018 1. Halluun Magariisaa: - mallattoo hojii, kalaqaa fi guddinaati. 2. Halluun keelloo: - mallattoo abdii, haqaa fi walqixxummaati. 3. Halluun diimaan: - mallattoo wareegama fi gootummaa…

Continue ReadingAkka Heera Mootummaa Federaalawa Dimookiraatawaa Rippabiliika Itoophiyaa Asxaan alaabaa gidduu jiru Hiikni isaa maali?

MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmud waliin mari’atan. Dr. Abiyyi dhimmoota waloofi dhimmoota naannawaa irratti xiyyeeffachuun mari'achuu ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

Itoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

AMN PLUS – Fulbaana 30/2018 Waliigaltee Naannoo Daldala Bilisaa Afrikaa (AfCFTA) irraa Itoophiyaan biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko akka taatu dandeessisa jedhan Qorataan Institiyuutii Qorannoo Tarsiimoofi Miseensi…

Continue ReadingItoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

Warshaan xaa’oo akka ijaaramu murteeffamuun damee qonnaaf tarkaanfii murteessaa ta’uu ibsame

‎AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 ‎Warshaan Xaa'oo akka ijaaramu murtaa'uufi hojiisaa eegaluuf sochiin jalqabamuu damee qonnaaf tarkaanfii guddaa ta'uu Ministeerri Qonnaa beeksise. ‎Pirojektiin akka biyyaatti kan jalqabaa ta'e kun rakkoolee damee…

Continue ReadingWarshaan xaa’oo akka ijaaramu murteeffamuun damee qonnaaf tarkaanfii murteessaa ta’uu ibsame

AMN amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaagu gumaacha taasiseef beekamtii argate

AMN Plus - Fulbaana 29/2018 Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Finfinnee, Addis Miidiyaa Neetiwoork amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaaguufi tokkummaan akka jiraatu gumaacha taasiseef beekamtii kenneef. AMN ayyaanotaafi sagantaalee amantiiwwan gara…

Continue ReadingAMN amantiiwwan gidduutti walkabajuufi waldanda’uun akka dagaagu gumaacha taasiseef beekamtii argate

Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?

AMN PLUS- Fulbaana 29/2018 Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda’u torban darbe keessa eebbisiisteetti.…

Continue ReadingGaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?

“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

‎AMN PLUS- Fulbaana 28/2018 ‎Finfinneetti akkamiin pirojektii hammi Kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe jechuun Keeniyaa Marsaabeet Kaawunti irraa kan dhufan Aadde Zeeyinabu Huseen Abdullaayii dubbatan. Aadde Zeyinabuun AMN…

Continue Reading“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

Magaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee hojii waliin mallatteessan

‎AMN PLUS - Fulbaana 27/2018 ‎Magaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee waliin isaan hojjechiisuu dandeessisu mallatteessaniiru. ‎Sirni mallattoo kun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Hoji…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee hojii waliin mallatteessan