Finfinneen addunyaa irratti nu boonsuu itti fufteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Hagayya 22/2017 Waggootii jijjiiramaatti magaalaa Finfinnee jiraattotasheef mijattuufi warreen daawwataniif filatamtuu taate uumuuf hojiin uummata waliin halkaniif guyyaa hojjenne addunyaa irratti badhaafamtuu taasisaa jira jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFinfinneen addunyaa irratti nu boonsuu itti fufteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Magaalaan Finfinnee dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaa gosa isaatiin isa jalqabaa ta’e irratti warqee injifachuun ishee beekameera. "Bloomberg Philanthropies” magaalota seera bulchiinsa saffisaa baasan akkasumas hojiirra…

Continue ReadingFinfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 21/2017 ‎Xiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. ‎Qophii Roga Dubbii…

Continue ReadingXiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)

Hidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Hidhi Haaromsa Guddichi Ityoophiyaa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an kan agarsiisuu ta’uu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo himan. Ibsa torbanii…

Continue ReadingHidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

Warshaa Xaa’oo doolaara biiliyoona 2.5’n ijaaramuuf waliigalteen gahee mallattaa’e

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Warshaa Xaa'oo doolaara Biiliyoona 2.5'n ijaaramuuf waliigalteen qooddannaa gahee Invastimant Holdiingii Itoophiyaa fi Dhaabbata Xaa'oo Daangootee gidduutti mallatteeffame. Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) guyyaa…

Continue ReadingWarshaa Xaa’oo doolaara biiliyoona 2.5’n ijaaramuuf waliigalteen gahee mallattaa’e

Hidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

AMN PLUS- Hagayya 21/2017 Milkaa’inni Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa agarsiiftuu tumsaa fi kutannoo akka ta’e miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa dubbataniiru. Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa dandeettii waa hojjechuu itti mul’atedhas jedhaniiru.…

Continue ReadingHidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

Milkaa’inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017 ‎Imala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa'eera. ‎Hidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf…

Continue ReadingMilkaa’inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota

Biyyee malee qotuun ni danda’amaa?

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017‎Finfinneetti qonni teeknooloojiin deeggarame oomisha qulqullina qabu hawaasaaf gumaachaa jira.‎‎Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti kutaa magaalaa Qirqoos Mana Barumsaa Abiyoot Qirsii sadarkaa 2ffaa keessatti qonni biyyee malee getgeeffamaa jira.…

Continue ReadingBiyyee malee qotuun ni danda’amaa?

Oomishaa biyya keessaa fayyadamuun jaalalaa biyyaa mul’isa- Dr. Abdulhakiim

AMN PLUS - Hagayya 21/ 2017 Oomishaa biyya keessaa fayyadamuun jaalalaa biyyaa kan mul'isuufi birmaadummaa dinagdee biyyaaf murteessa ta'uu Deetaan Ministira Ministeera Daldalaafi Waliitti Hidhaminsa Naannawaa Dr. Abdulhakiim Muluu himan.…

Continue ReadingOomishaa biyya keessaa fayyadamuun jaalalaa biyyaa mul’isa- Dr. Abdulhakiim