Itoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

AMN PLUS - Hagayya 29/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) milkaa’ina diinagdee Itoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimad guyyaa har’aa sosochii hojii oomisha diroonii ‘AEROABAY’…

Continue ReadingItoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Guddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. ‎Faallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan…

Continue ReadingTeeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

Ayyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Ayyaana Bara Haaraa 2018'f dhiyeessii oomishaa gahaa ta’e akka jiru Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. ‎Hoggantuun Biiroo Magaalaa Daldalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj, ibsa kennaniin…

Continue ReadingAyyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa'uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon akka hojjatamu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsaniiru. ‎Naannoo waajjira Gamtaa Afrikaa fi…

Continue ReadingTibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎ Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un Kabaja guyyaa Bilisummaa Chaayinaa irratti Hirmaachuuf Beejing Seenanii jiru. ‎ Pireezidaantiin kun hiriira waraanaa Chaayinaan qopheessite guddicha irratti…

Continue ReadingPireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un, intala isaanii waliin Chaayinaatti argamu

Giddu galeessa Wal’aansa Istirookii ijaaramuuf deggersa ni taasisna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Hagayya 27/2017 ‎Dhukkubsattootaa fi maatii biyya alaa deemanii wal'aanamuu hindandeenye kan boqochiisu giddugalli wal'aansa Istirookii ijaaramuuf akka jedhu kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎Istirookiifi dhibeewwan daddarboo hin taane yeroodhaa…

Continue ReadingGiddu galeessa Wal’aansa Istirookii ijaaramuuf deggersa ni taasisna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Xumuramuun Hidha Haaromsaa goolaba seenaa balfameeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Xumuramuun Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa goolaba seenaa qabatamaa siyaasa naannichaa kan sirreessudha jedhan MM Abiyyi Ahimad (Dr.) Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) Gorsaa isaanii dhimma…

Continue ReadingXumuramuun Hidha Haaromsaa goolaba seenaa balfameeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Yaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Yaa'a Abbayyaa irratti hidhoota baay'ee ijaarree biyya keenya qofa osoo hin taane naannicha ibsuu dandeenya jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) dubbatan. ‎Dooktar Abiyyi Ahimad…

Continue ReadingYaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

MM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ji’oottan Adoolessaa fi Hagayya 2017’tti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan dhugoomsuuf, tarsiimoo ijoo, raawwii pirojektii biyyoolessaa gurguddoo fi waliigalteewwan ijaarsa pirojektiiwwan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee