Jalbultiin Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Saambee sirna adda addaatiin kabajame
AMN PLUS Ebla 26/2017 Godina Iluu Abbaa Booritti Jalbultiin Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Saambee maree paanaaliifi sirnoota adda addaatiin kabajameera. Bakka Seenessa dhugaa gootummaa waloo sabaafi sablammoota Itoophiyaa itti seeneffamu, kan…