Guyyaan Iyyasuus Kiristoos itti fannifame biyyoota addunyaa gargaraatti sirnoota amantii addaa addaatiin yaadatamaa jira

AMN PLUS- Ebla 10/2017 Ayyoonota gurguddoo hordoftoonni amantii Kirsitaan waggaa waggaan haala addaa tiin yaadatanii, kabajanii oolan keessaa Ayyaanni Fannoo isa guddaadha. Hordoftoonni amantichaa guyyaa kana guyyaa Iyyasuus Kiristoos Fannoorratti…

Continue ReadingGuyyaan Iyyasuus Kiristoos itti fannifame biyyoota addunyaa gargaraatti sirnoota amantii addaa addaatiin yaadatamaa jira

Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

AMN PLUS- Ebila 8/2017 Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha jedhan Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kantiibaa Adaanech Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyiif…

Continue ReadingMaaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

Harar miseensa Federeeshinii Magaalota tuuriziimii addunyaa taate

AMN PLUS- Ebla 7/2017 Yaa’ii Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’aamaa jiruun gaaffiin miseensummaa Magaalaan Harar dhiheessite fudhatama argateera. Pirezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii marsaa hawasaa isaaniirratti ibsa…

Continue ReadingHarar miseensa Federeeshinii Magaalota tuuriziimii addunyaa taate

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetnaamitti Daawwannaa taasisan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru AMN PLUS- Ebila 7/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giifti Duree Zinnaash Tayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru.…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetnaamitti Daawwannaa taasisan

Re’ee tokkoon eegaleen yeroo ammaa re’oota 360 horsiisaa jira – Maanguddoo Godina Baalee

AMN PLUS – Ebla 07/2017 Obbo Abdallaa Sa'iid jiraataa Godina Baalee, Aanaa Goorootti jiraataa magaalaa Goorooti. Maanguddoo kun re'ee tokkorraa ka'uun yeroo ammaa re'oota 360 horsiisaa jiraachuu dubbatu. Hojii horsiisa…

Continue ReadingRe’ee tokkoon eegaleen yeroo ammaa re’oota 360 horsiisaa jira – Maanguddoo Godina Baalee

Emireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan Baankiin Misooma Haaraa ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte ni deeggarti

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Emireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte karaa boordii akka dhiyaatuuf tumsa akka taasiftu beeksifiteetti. Emireetota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Umar Huseen…

Continue ReadingEmireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan Baankiin Misooma Haaraa ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte ni deeggarti

Gaarri Saannatee kan karaan konkolaataa keessa qaxxaamuru ta’uu isaatiin Afrikaa irraa kan jalqabaa isa taasisaa- Biiroo Aadaa fi Tuurizimii oromiyaa

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Qaama Paarkii Gaarreewwan Baalee keessaa tokko kan ta'e Saannateen lafa olka'iinsi isaa m3100 - 4377 gidduutti kan argamu yoo ta'u, Itoophiyaa keessatti olka'iinsaan sadarkaa 2ffaa irratti…

Continue ReadingGaarri Saannatee kan karaan konkolaataa keessa qaxxaamuru ta’uu isaatiin Afrikaa irraa kan jalqabaa isa taasisaa- Biiroo Aadaa fi Tuurizimii oromiyaa

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa kenna tajaajilaan badhaasa lama argate

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiyaa tajaajila soorota balalii irratti kennun ‘Outstanding Food Service by a Carrier- Africa’sagantaa Jarman Hanburgtti adeemsifameen badhaafameera. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa badhaasa gosa lamaan kan…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa kenna tajaajilaan badhaasa lama argate

Barruuleen daa’immanii ‘Naa’otaa’ jedhamtu yeroo jalqabaatiif dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin Afaan Oromoon qophoofte eebbifamte

AMN PLUS – Eebla 04/2017 Barruuleen kun ji'a ji'aan kan qophaa'u yoo ta'u, ijjoollonni aadaa, duudhaa, seenaa baratanii akka guddataniifi aadaa dubbisuu akka horatan taasisuuf yaadamee kan qophaa'e ta'uun ibsameera.…

Continue ReadingBarruuleen daa’immanii ‘Naa’otaa’ jedhamtu yeroo jalqabaatiif dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin Afaan Oromoon qophoofte eebbifamte

Ijaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Alamuu Simee (Dr.) Giddugala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaaliittii daawwataniiru. Tarminaalli kun bal’ina lafa…

Continue ReadingIjaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala