“Itoophiyaan biyya amantii danuuti” Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen abbootii amantaafi hoggantoota Mana Amantaa Ortodoksi Tewaahidoo Itoophiyaa waliin mari'atan. Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti…