Antooniyoo Gutareez Finfinnee dhufan
AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017 Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez Yaa'ii Dureewwan Gamtaa Afriikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan. Mr. Gutareez Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Ministirri…