Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

AMN PLUS-Sadaasa 10/2018 Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota gurguddoo addunyaa diinagdeen badhaadhan 20 keessaa tokko ta'uuf wixinatteetti. Maarree kun kan milkaa'u damee hubannoo namtolcheetiin yoo ta'eedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi…

Continue ReadingItoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

Faayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

AMN PLUS - Sadaasa 9/2018 Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahun Gofee konfiransii midhaan dheedhii fi dibataa Ergitoota Midhaan deedhiifi dibataa Itoophiyaafi Ministeera Daldalaafi Walitti-hidhamiinsa Naannawaatiin qophaa’erratti ergaa dabarsaniiru.…

Continue ReadingFaayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

Giddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 8/2018 ‎Itoophiyaan dandeetti qabduun hojii ajaa'ibaa hojjechuu akka dandeessu Waajjirri olaanaan Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaa agarsiistuu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎"Kaleessa Finfinnee xurooftuufi foolii…

Continue ReadingGiddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Magaalotni fakkeenya badhaadhinaafi giddu gala misoomaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎Misoomni Magaalotaa kan mirkanaa'uu gaggeessummaa hoggansi jijjiiramaa kennuufi Hirmaannaa Jiraattotaani jedhan Ministirri ministerra Misooma Magaalotaafi Bu'uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii. ‎Magaalonni giddu gala misoomaafi Fakkeenya Badhaadhinaa…

Continue Reading‎Magaalotni fakkeenya badhaadhinaafi giddu gala misoomaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu ibsame

‎Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffaledha- Obbo Adam Faaraah

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎"Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti kabajamuun Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffale ta'uu kan yaadachiisudha" jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…

Continue Reading‎Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffaledha- Obbo Adam Faaraah

‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa akka uume Pirezidaantiin Naannoo Affaar Haajii Awwal Aarbaa ibsan. ‎Hojiin Misooma koriidarii Magaalattii…

Continue Reading‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

Ayyaannichi agarsiistuu dilbii aadaa fi duudhaa Itoophiyaanotaati-Afyaa’oota N/Gidduu Galeesssaa

AMN PLUS- Sadaasa 06/2018 Afyaa'iin Mana Maree Naannoo Gidduu galeessaa Itoophiyaa Aadde Faaxee Saarmoolloo fi Afyaa'iin Mana maree saboota, sablammoota Naannichaa Obbo Abbuttoo Allitoo waloon ibsa miidiyaaleef kennaniiru. Guyyaan ayyaana…

Continue ReadingAyyaannichi agarsiistuu dilbii aadaa fi duudhaa Itoophiyaanotaati-Afyaa’oota N/Gidduu Galeesssaa