Maammiltoonni haaraan kuma 107 ol fayyadamoo elektirikaa ta’aniiru

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 ‎Tajaajilli Elektirikaa Itoophiyaa ji'oota sadan jalqaba bara 2018tti maammiltooni haaraan kumni 100 fi kumni 7 fi 191 tajaajila elektirikaa akka argatan ibseera. ‎Raawwiin kurmaana kanaa kan…

Continue ReadingMaammiltoonni haaraan kuma 107 ol fayyadamoo elektirikaa ta’aniiru

Carraan guddachuu harka keenya jira- Obbo Junaddiin Saaddoo

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 ‎Daawwannaa Baaleetti Ministirri Muummeefi Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon akkasumas Hoggantoonni duraanii taasisaniin holqa Soofumaritti marii taasisan irratti, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Junaddiin Saaddoo “Carraan guddachuu…

Continue ReadingCarraan guddachuu harka keenya jira- Obbo Junaddiin Saaddoo

Dhaabbatni Jarmanii Qoricha oomishu Baayar Itoophiyaatti hojjachuuf fedhii qabaachuu ibse

AMN PLUS-Onkoloolessa 11/2018 Jarmaniitti Dhaabbata Faarmaasiitikaalii fi Baayooteekinooloojii guddichi Baayar jedhamu Itoophiyaa keessatti damee qoricha oomishuu irratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu beeksise. Ministirri Maallaqaa Itoophiyaa Ahimad Shidee, Yaa'ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaafi…

Continue ReadingDhaabbatni Jarmanii Qoricha oomishu Baayar Itoophiyaatti hojjachuuf fedhii qabaachuu ibse

Baaleen biyya keenyaaf qofa osoo hin taane, Afrikaafuu ni gaha-Abbaa Duulaa Gammadaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 10/2018 ‎Qabeenyi Godina Baalee keessa jiru Itoophiyaa irra darbee Afrikaafuu akka gahu Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa ibsan. ‎Daawwannaa Baaleetti Ministirri Muummeefi Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon akkasumas Hoggantoonni duraanii…

Continue ReadingBaaleen biyya keenyaaf qofa osoo hin taane, Afrikaafuu ni gaha-Abbaa Duulaa Gammadaa

‎Badhaadhinni Itoophiyaa ni dhugooma- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

‎AMN PLUS Onkololeessa 10/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hoggantoota duraaniifi ammaa waliin daawwannaa hojiilee misoomaa Baaleetti taasisanin cinaatti Holqa Soofumaritti mari'ataniiru. ‎Hojiileen misoomaa Godina Baalaatti hojjetaman badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuu…

Continue Reading‎Badhaadhinni Itoophiyaa ni dhugooma- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

Waggoottan 10 dhufanitti Itoophiyaan diinagdeen Afrikaa irraa 1ffaa taati- MM Abiyyi Ahimad

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 ‎Itoophiyaan Waggoottan 10 dhufan keessatti Afrikaa irraa diinagdeen 1ffaa akka taatu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) marii anga'oota ammaafi buleeyyii wajjin Baalee Soof Umaritti taasisan…

Continue ReadingWaggoottan 10 dhufanitti Itoophiyaan diinagdeen Afrikaa irraa 1ffaa taati- MM Abiyyi Ahimad

Obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Misooma Afrikaa haaraa waliin mari’atan

AMN Plus- Onkoloolessa 09/2018 Pirezidaantii haaraan Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Taahi baankichi ajandaa jijjiiramaa Itoophiyaa ni deeggara jedhan Yaa’ii waggaa Baankii Addunyaafi Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaa cinaatti Ministirri Maallaqaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Misooma Afrikaa haaraa waliin mari’atan

Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

AMN Plus - Onkololeessa 8/ 2018 Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Paarkiin gaarreen Baalee madda…

Continue ReadingPaarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

Raayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

AMN Plus- Onkoloolessa 05/ 2018 Ministiri Muummee Keeniyaa duraanii Raayilaa Odiingaan boqochuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa gaddaa dabarsaniiru. Ummataa fi Mootummaa Itoophiyaa bakka bu'uun gaddi guddaan…

Continue ReadingRaayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan