Guyyaan kun, maree biyyaaleessaa gaggeeffamaa jiru milkeessuu keessatti gumaacha guddaa qaba – Pirezidaant Indaashaawu Xaasoo (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎"Naannoon keenya hundaa'ee waggaa 2ffaatti guyyaa sabaaf sablammootaa uummatoota Itoophiyaa 20ffaa kabajuuf carraa arganneef gammachuu natti dhagahame guddaadha" jedhan Pirezidaantii Naannoo Giddu-galeessa Itoophiyaa Indaashaawu Xaasoo (PhD)…

Continue ReadingGuyyaan kun, maree biyyaaleessaa gaggeeffamaa jiru milkeessuu keessatti gumaacha guddaa qaba – Pirezidaant Indaashaawu Xaasoo (PhD)

Guyyaan Turizimii Adduunyaa sadarkaa Oromiyaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Guyyaan Turizimii Addunyaa 46ffaan akka naannoo Oromiyaatti marsaa 21ffaaf mata duree "Tuuriizimiifi Jijjiirama Ittifufiinsa Qabu" jedhuun godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame. Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo…

Continue ReadingGuyyaan Turizimii Adduunyaa sadarkaa Oromiyaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame

Dukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Itoophiyaan dukkana keessaa ifatti ba’uu himan. Dooktar Abiyyi kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa irratti argamuun tokko taaneefi waloomnee…

Continue ReadingDukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een Itoophiyaa kabajamte, misoomtee fi jabduu ijaarra jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattoota 20ffaan mata duree ‘Walii Galtee…

Continue ReadingTokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

Teekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa oola-Komishinar Sandookaan Dabbabaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Teekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa akka oolu Komishinarri Komishinii Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaa Sandookaan Dabbabaa ibsan. ‎Komishinarri Komishinii Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaa Sandookaan Dabbabaa, Teekinooloojiin Niwukilaraa…

Continue ReadingTeekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa oola-Komishinar Sandookaan Dabbabaa

Guyyichi tokkummaa lammiilee cimsaa jira- Obbo Aganyew Tashaagar

AMN PLUS-Sadaasa 28/2018 “Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa tokkummaa lammiilee jidduu ture cimsaa jira” jedhan Obbo Aganyew Tashaagar. ‎Simpooziyeemiin Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hoosaanaatti…

Continue ReadingGuyyichi tokkummaa lammiilee cimsaa jira- Obbo Aganyew Tashaagar

Kitaabni Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen barreessan ‘Ogummaa Farra Riphee Lolaa’ jedhu eebbifame

AMN PLUS - Sadaasa 27/2018 Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen kan barreeffame Kitaabni 'Ogummaa Farra Riphee Lolaa' jedhu eebbifameera. Qondaaltoota waraanaa Itiyoophiyaa keessatti muuxannoo olaanaa kan horatan, Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen,…

Continue ReadingKitaabni Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen barreessan ‘Ogummaa Farra Riphee Lolaa’ jedhu eebbifame

Imaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu galmaan ga’uuf Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa ‎qooda fudhateera – Garramuu Hulluuqaa (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 26/2018 Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa cabiinsa gama barnootaan ture furuun imaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu kennatan galmaan ga'uuf hojjechaa jiraachuu Pirezidaantiin Yunivarsitichaa Garramuu Hulluuqaa (PhD) himan. ‎Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingImaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu galmaan ga’uuf Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa ‎qooda fudhateera – Garramuu Hulluuqaa (PhD)

Ijoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru

AMN PLUS-Sadaasa 26/2018 Ijoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru. “Adawaan mallattoo injifannoo Itoophiyaanotaa, ifa bilisummaa biyyoota Afrikaafi bu’uura Paan Afrikaanizimii” jedhamuun ibsama.…

Continue ReadingIjoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru

Badhaasni Paan Afrikaanizimii adeemsifame Finfinneen waltajjii gurguddoo keessummeessuuf mijattuu ta’uu ishee irra deebiin kan mirkaneessedha – TKM

AMN PLUS-Sadaasa 26/2018 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa sirni badhaasaa Paan Afrikaanizimii Finfinneetti adeemsifamuun isaa magaalattiin waltajjii gurguddoo keessummeessuuf mijattuu ta'uushee irra deebiin kan itti mirkaneesse ta’uu ibsa kenneen beeksiseera. Tajaajilichi…

Continue ReadingBadhaasni Paan Afrikaanizimii adeemsifame Finfinneen waltajjii gurguddoo keessummeessuuf mijattuu ta’uu ishee irra deebiin kan mirkaneessedha – TKM