Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa’ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa'ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsaniiru. Pirezidaant Taayyeen Mana Maree nageenya fooyyessuuf murtoon akka barbaachisu, Afriikaanis bakka bu'iinsa argachuu akka qabdu waamicha…

Continue ReadingPirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa’ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsan

Obbo Tamasgeen Xurunaan ayyaanota ji’a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun hoggantoota nageenyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Ministirri Muumnee Itti aanaa obboo Tamasgan Xurunaa ayyaanota ji'a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun har’a hoggantoota nageenyaa Federaalaa, bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi naannoo Oromiyaa waliin mari’ataniiru. Obboo…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan ayyaanota ji’a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun hoggantoota nageenyaa waliin mari’atan

Jiraattonni Magaalaa Maqalee dhibaa’ummaa hoggantoota keenyaan gammachuu ibsachuu dhabuun keenya nu gaddisiiseera jedhan

AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Jiraattonni Magaalaa Maqalee xumuramuu Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa hordofee sababa dhibaa'ummaa hoggantootaafi qindeessutoota naannichaan gammachuu isaanii osoo hin ibsatin hafuusaaniitti gadduu ibsan. Hogganaan Waajjira Qindeessaa Hirmaannaa…

Continue ReadingJiraattonni Magaalaa Maqalee dhibaa’ummaa hoggantoota keenyaan gammachuu ibsachuu dhabuun keenya nu gaddisiiseera jedhan

Hidhi Haaromsaa xumuramuusaan akka nama ilmoo argateetti gammanne – Daldaltoota Markaatoo

AMN Plus- Fulbaana 14/2018 Daldaltoonni Magaalaa Finfinnee Markaatootti Daldalan, yeroo kamiyyuu hojiiwwan misoomaa biyyi hojjettu cinaa dhaabbachuuf kutannoo qabaachuu ibsan. AMN PLUS Sagaleen Dhalootaa daldaltoota Markaatootti daldala garagaraa irratti bobba’an…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa xumuramuusaan akka nama ilmoo argateetti gammanne – Daldaltoota Markaatoo

Ayyaanni bara haaraa Goofaa “Yoo Masqalaafi Gaazee Masqalaa” kabajame

AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Ayyaanni bara haaraa Goofaa "Yoo Masqalaafi Gaazee Masqalaa bifa ho'aa ta'een magaalaa Saawulaatti kabajamaa ooleera. Sirna ayyaana kanaa irratti argamuun ergaa kan dabarsan Pirezidaantiin Nannoo Kibba…

Continue ReadingAyyaanni bara haaraa Goofaa “Yoo Masqalaafi Gaazee Masqalaa” kabajame

Hidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Fulbaana 14/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hidhi Haaromsaa galma misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii torba keessaa dhiyeessii anniisaa galmaan gahuu himan. Pirezidaant Taayyee Pirezidaantii Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

‎AMN PLUS-Fulbaana 13/2018 ‎Milkaa'inaan xumuramuu Hidha Haaromsa hordofuun hirirrii deeggarsaa Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasatti adeemsifamaa jira. ‎Xumuramuun hidha haaromsa mallattoo badhaadhina akkasumas kan tokkummaa akka ta'e ibsu. ‎Milkaa'inaan xumuramuun isaa…

Continue Reading‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

Jilli Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii waliigalaa UN irratti hirmaachaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 ‎Jilli Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu yaa'ii waliigalaa 80ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachaa jira. ‎Yaa'iin waliigalaa 80ffaan UN Ameerikaa Niwu Yoorkitti adeemsifamaa jira. ‎Yaa'ichi mata…

Continue ReadingJilli Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii waliigalaa UN irratti hirmaachaa jira

Oromiyaan qonna ceesisuuf hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa jira- Obbo Addisuu

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa Warshaa Mootoraa Jabduu waliin ta’uun paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf dabarsee kenneera. Saganticharratti Ministira Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaa,…

Continue ReadingOromiyaan qonna ceesisuuf hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa jira- Obbo Addisuu