Iddoowwan tursiisa daa’immanii waajjiraalee Finfinneetti banamaniin maatiin Kuma 14 ol fayyadamoo ta’aa jiru

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti iddoowwan tursiisa daa'immanii waajjiraaleetti banamaniin maatiin Kuma 14 fayyadamoo ta’aa jiraachuu Biiroon Dubartoota, Daa’immaniifi Dhimmoota Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise Hooggantuun Biirichaa Aadde Qoonjiit Dabalaa…

Continue ReadingIddoowwan tursiisa daa’immanii waajjiraalee Finfinneetti banamaniin maatiin Kuma 14 ol fayyadamoo ta’aa jiru

Qaama miidhamaa kalaqa hedduun beekamtii argate Injinar Gaaddisaa Saanii “Rookkeetii kalaquuf mul’atan qaba” jedheera.‎

AMN PLUS- Mudde 23/2018 ‎Dhaabbata maashinoota gosa adda addaa oomishuun sadarkaa Oromiyaafi Federaalaatti beekamtii horachuu Injinar Gaaddisaa Saanii dubbateera. Injinar Gaaddisaan AMN PLUS Qophii Carraaqqataa irratti turtii taasiseen ‎qaama miidhamaa…

Continue ReadingQaama miidhamaa kalaqa hedduun beekamtii argate Injinar Gaaddisaa Saanii “Rookkeetii kalaquuf mul’atan qaba” jedheera.‎

‎Afaan keenyaan hojjennee addunyaarratti injifachuu ni dandeenya- Haftee Baqqalaa

‎AMN PLUS - Sadaasa 23/2018 Badhaasa kalaqxoota Tiiktookii baranaa damee 'Best Artist/ Painter/Poet' irratti kan injifate Ogeessi Fiilmiifi Tiyaatiraa Haftee Baqqalaa waltajjii irra ba'ee ''Afaan Oromootiin hojjetanii akka biyyaatti injifachuun…

Continue Reading‎Afaan keenyaan hojjennee addunyaarratti injifachuu ni dandeenya- Haftee Baqqalaa

Obbo Kumarraa Waaqjiraa badhaasa “TUSK Conservation 2025” Mootii Weelsi irraa fudhatan

AMN PLUS - Sadaasa 18/2018 Daayirektarri Abbaa Taayitaa Eegumsa Bineensa Bosonaa Itoophiyaa Kumarraa Waaqjiraa badhaasa "TUSK Conservation 2025" Mootii Weelsi irraa fudhatan. Obbo Kumarraan waggoota 30 oliif eegumsa naannoofi bineensa…

Continue ReadingObbo Kumarraa Waaqjiraa badhaasa “TUSK Conservation 2025” Mootii Weelsi irraa fudhatan

‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 ‎Itoophiyaan qabeenya dhokatee jiru baastee akka fayyadamtuuf mootummaan cimee hojjataa akka jiru Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa ibsaniiru. ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) raawwii…

Continue Reading‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Hidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 14/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa Koyishaatti miseensota kaabinee wajjin taasisaniin, Hidhi Koyishaa ijaaramaa jiru Dheerina Meetira 128 akka qabu ibsaniiru. ‎Kunis Hidha haaromsaa irraa…

Continue ReadingHidhi Koyishaa Haaromsarraa meetira 17 qofaan xiqqaata- MM Abiyyi Ahimad (PhD)