Magaalotni fakkeenya badhaadhinaafi giddu gala misoomaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu ibsame
AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Misoomni Magaalotaa kan mirkanaa'uu gaggeessummaa hoggansi jijjiiramaa kennuufi Hirmaannaa Jiraattotaani jedhan Ministirri ministerra Misooma Magaalotaafi Bu'uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii. Magaalonni giddu gala misoomaafi Fakkeenya Badhaadhinaa…