“Turistoonni biyya keessaafi alaa miiliyoona 4.9 Finfinnee daawwataniiru” Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS – Amajjii 29/2018 Baatiiwwan Jahan darban turistoonni biyya keessaafi alaa miiliyoona 4.9 Finfinnee daawwachuu Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Aadde Adaanech gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii Yaa’ii Idilee…