Hooggansi Caasaa barnootaa dhaabbilee barnootaafi barattoota isaanii irratti jijjiirama fiduuf ciminaan carraaquu qabu- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee
AMN - Muddee 15/2017 Hooggansi Caasaa barnootaa dhaabbilee barnootaafi barattoota isaanii irratti jijjiirama fiduuf ciminaan carraaquu akka qaban Hoogganaan Biiroo Barnootaa Bbulchiinsa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (Dr.) ibsan. Biiroon Barnootaa…