Gamoowwan ‘Mandara Gaarummaatti’ eegalchiisne saffisaan ijaaramaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN- Mudde 5/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa ijaarsa Gamoo manneen waliin jireenyaa abbaa darbii sagalii lama kutaa magaalaa Lidataa Mandara Gaarummaatti ijaaramaa jiran daawwataniiru. Mandaricha keessatti hanga…

Continue ReadingGamoowwan ‘Mandara Gaarummaatti’ eegalchiisne saffisaan ijaaramaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun raggaasise

AMN- Mudde 4/ 2017 Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa har'a gaggeesseen ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari'achuun raggaasiseera. Haaluma kanaan:- 1. Wixinee Dambii faalama Lagaa ittisuu fi…

Continue ReadingKaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun raggaasise

Magaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

AMN - Muddee 4/2017 Hogganaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimokiraasii fi Itti Aanaa Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa obboo Aadam Faraah akka jedhanitti magaaloota biyya keenyaa bareedaa fi ammayyaa taasisuuf hojiiwwan misooma…

Continue ReadingMagaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

AMN- Mudde 3/ 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chey Hayi fi gaggeessitoota Garee CGCOC waliin Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’achuu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

Talaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa’immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame

AMN- Mudde 03/2017 Duulli Talaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa'immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame. Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee duula talaallii ittisa dhibee lamsheessaa daa'immanii marsaa 2ffaa, kutaa Magaalaa Lammii…

Continue ReadingTalaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa’immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame

Miidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu akka qaban ibsame

AMN - Mudde 01/2017 Miidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu qabu jedhe Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Hawaasummaa Bulchiinsa Magaalaa Finffinnee. Biirichi…

Continue ReadingMiidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu akka qaban ibsame

Hojii jireenya namootaa jijjiiru hojjenneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Sadaasa 30/2017 Jiraattota keenya Kaazaanchisitti mandara jaaree fi mijataa hin taane keessa jiraataa turan mandara sanaa baasuun gara naannawa mijataa fi jireenyaaf tolutti jijjiiruun hojii jireenya namootaa jijjiiru…

Continue ReadingHojii jireenya namootaa jijjiiru hojjenneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN miidiyaa uummataaf sagalee ta’uun, rakkoo hawaasaa furaa jiru dha- Aadde Innaatalem Mallasaa

AMN - Sadaasa 17/ 2017 Addis Miidiyaa Neetiworkiifi Biiroon Kominikeeshinii Magaalaa Finfinnee waliigaltee waloon hojjechuuf dandeessisuun mallatteessan. Hoggantuun Biiroo Kominikeeshinii Finfinnee Aadde Innaatalem Mallasaa AMN miidiyaa sagalee hawaasaa keessummeessuun rakkoolee…

Continue ReadingAMN miidiyaa uummataaf sagalee ta’uun, rakkoo hawaasaa furaa jiru dha- Aadde Innaatalem Mallasaa

Yaa’ii hooggantootaa Gamtaa Afrikaa baranaa haala fooyya’aa ta’een keessummeessuuf qophiin taasifamaa jira – Kantibaa Adaanecha Abeebee

AMN- Sadaasa 17/2017 Yaa'ii hooggantootaa Gamtaa Afrikaa baranaa haala fooyya'aa ta'een keessummeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebeen ibsan. Bu'uuruma kanaan har'a abbootii hoteelotaa fi qaamolee damichaa…

Continue ReadingYaa’ii hooggantootaa Gamtaa Afrikaa baranaa haala fooyya’aa ta’een keessummeessuuf qophiin taasifamaa jira – Kantibaa Adaanecha Abeebee

Guyyaa Sabootaafi Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun dorgommiin gaaffiif deebii geggeeffamaa jira

AMN - Sadaasa 17/ 2017 Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun dorgommii gaaffiif deebii barattoota manneen Barnoota magaalichaa gidduutti qopheesse gaggeeffamaa jira. Dorgommichi barattoota…

Continue ReadingGuyyaa Sabootaafi Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun dorgommiin gaaffiif deebii geggeeffamaa jira