Taayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

AMN PLUS- Amajjii 25/2018 Weellistuun Afriikaa Kibbaa Taayilaan Badhaasa Giraamii 68'ffaa Ameerikaa Loos Anjelesitti adeemsifame Waggaa walitti aanu lammaffaaf injifatteetti. Taayilaa, weellistuun umurii 24 kun sirba ishee "Push 2 Start"…

Continue ReadingTaayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen

AMN PLUS - Amajjii  21/2018‎Dargaggoonni umrii kurnan keessa jiran irra caalaan isaanii tapha dijitaalaa fi tapha viidiyootiin qabamanii argamu, Ameen garuu daandii adda ta'e filateera.‎‎Umurii isaa waggaa 10tti ga'eessota hedduu…

Continue Reading‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen

Manni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Yunivarsiitiin Dirree Dhawaa Mana Barumsaa Muuziqaa Weellisaa Gameessa Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraan moggaafamu hundeessuuf qophii irra akka jiru beeksiseera. Yunivarsiitichatti Daayirektarri Quunnamtii Uummataa fi Idil…

Continue ReadingManni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

Muuziqeessaa Masiinqoo waltajjii AFRIMA irratti badhaafame- Addis Alamaayyoo/Hadinqoo

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Masiinqoo haalaan tolchee taphata. Ogeessi Muuziqaa kun masiinqoo ni dubbachiisa jechuun ni danda’ama. Addis Alamaayyoo jedhama. Sababaa barreessaa beekamaa Addis Alamaayyoo jedhamuun maqaan isaa moggaa’eef hedduu…

Continue ReadingMuuziqeessaa Masiinqoo waltajjii AFRIMA irratti badhaafame- Addis Alamaayyoo/Hadinqoo

Fiilmiin seenaa jireenya Abbabach Goobanaa irratti fuuleffate gadhiifamuuf jedha

‎AMN PLUS Amajii 6/2018 ‎Fiilmiin seenaa jireenya Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa irratti xiyyeeffate gadhiifamuuf akka jedhu ibsame. Fiilmiin baasii Birrii Miliyoona 5 ol ta’uun hojjatame kun taatota 200 ol hirmaachisuun…

Continue ReadingFiilmiin seenaa jireenya Abbabach Goobanaa irratti fuuleffate gadhiifamuuf jedha

Finfinnee Wiirtuu Aartiifi Turizimii taasisuuf hojii eegalame keessatti AMN shoora isaa bahachaa Jira- Obbo Kaasaahun Gonfaa

AMN PLUS - Mudde 29/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork sadarkaa jijjiirama magaalaa Finfinnee faana tarkaanfachaa jiraachuu Hoji Raawwachiisaan Olaanaa AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa himan. Dorgommiin Moo'aa Moo'attootaa 'Addis Talent Show' Sikket…

Continue ReadingFinfinnee Wiirtuu Aartiifi Turizimii taasisuuf hojii eegalame keessatti AMN shoora isaa bahachaa Jira- Obbo Kaasaahun Gonfaa

AMN aartii magaalaa Finfinnee dagaagsuuf hojii qabatamaa hojjetaa jira- Hiruut Kaasaawu (PhD)

AMN PLUS - Mudde 29/2018 Dorgommiin 'Addis Talent Show' Finfinneen giddugala Aartii akka taatuuf gumaacha isaa bahachaa jiraachuu Hoggantuun Biiroo Aadaafi Aartii Finfinnee Hiruut Kaasaawu (PhD) himan. Dorgommiin Moo'aa Moo'attootaa…

Continue ReadingAMN aartii magaalaa Finfinnee dagaagsuuf hojii qabatamaa hojjetaa jira- Hiruut Kaasaawu (PhD)

Hayaat Ramadaan Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa ‘Addis Talent Show’ 1ffaa ba’uun Birrii miiliyoona lamaa badhaafamte

AMN PLUS - Mudde 29/2018 Qopheessummaa Addis Miidiyaa Neetiwoorkiin baatiiwwan 13f gaggeeffamaa kan ture 'Addis Talent Show' har'a dorgommii Moo'aa Moo'attootaan goolabameera. Dorgomtuu Sagalee kan taate Hayaat Ramadaan injifachuun badhaasa…

Continue ReadingHayaat Ramadaan Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa ‘Addis Talent Show’ 1ffaa ba’uun Birrii miiliyoona lamaa badhaafamte

Agarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

‎AMN PLUS- Mudde 25/2018 ‎Agarsiisni Faashinii Seenaan qophaa'ee, uffatootni aadaa biyya keenyaa 120 irratti agarsiifaman magaalaa Finfinnee Giddugala Konvenshinii Idil-Addunyaa Addisitti adeemsifameera. ‎Hoggantuun Itti Aantuu Biiroo Aadaa fi Ogummaa Magaalaa…

Continue ReadingAgarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

Bakki mijataa fi ammayyaa guddina ogummaaf carraan balʼaa uuma -Ministeera Aadaa fi Ispoortii

AMN PLUS- Mudde 23/2018 Guddina ogummaa mirkaneessuuf barnootni, imaammatni mootummaa fi iddoon hojii mijataan murteessaa akka ta’e Deetaan Ministiraa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Piroofeesara Gargaaraa Nabiyyyu Baayyee ibsan. Deetaan ministirichaa…

Continue ReadingBakki mijataa fi ammayyaa guddina ogummaaf carraan balʼaa uuma -Ministeera Aadaa fi Ispoortii