“Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul’atakoo milkeeffadheera” Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa
AMN PLUS- Mudde 20/2018 Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo'aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa…