Isa Dr. Zalaalem Abarraa jalqabanii, Lataa Qana’ii achi buten harkaa fuudhe – Waloo Yoomiyyuu Lammeessaa

‎AMN PLUS - Mudde 2/2018 ‎Walaloo "Deesseekoo" jedhuun gatii haadhaa kan hime, "Ogummaa gaarummaatiin Doktireetii fudhatte jedhaa Haadhaaf dhaame. ‎Quuqama haadhummakee gubbaa samiin gitattee, ‎Kuufama gaarumaakee gabaa kamii bitattee, ‎Sa-utuu…

Continue ReadingIsa Dr. Zalaalem Abarraa jalqabanii, Lataa Qana’ii achi buten harkaa fuudhe – Waloo Yoomiyyuu Lammeessaa

Giiftiin Muuziqaa Maalii, Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatte

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Giiftiin Muuziqaa Maalii, Artist Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatteetti. Badhaafamtuun “Grammy Award”, falmattuun mirga dubartootaa akkasumas beekamtii idil addunyaa kan gonfatte Omaa Saangaareen, hojiilee…

Continue ReadingGiiftiin Muuziqaa Maalii, Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatte

“Koo kanuma jedhee abdii kutachuu akka hin qabne Odaa Award na barsiiseera” Gaazexeessituu Bashaatuu Tolamaariyaam

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Ka'umsa xiqqootti yoo fayyadaman gara guddaatti deemuun akka danda'amu Hundeessituu Badhaasa Odaa, Bashaatuu Tolamaariyaam himte. Gaazexeessituu Bashaatuun turtii AMN PLUS “Qophii Kaaribuu” waliin taasisteen Odaa Award…

Continue Reading“Koo kanuma jedhee abdii kutachuu akka hin qabne Odaa Award na barsiiseera” Gaazexeessituu Bashaatuu Tolamaariyaam

Kitaabni “Furaa Afaan Oromo’oo” waggoota 56 dura Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleen barreeffame eebbifame

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Kitaabni Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleetiin akka A.L.A bara 1969 barreeffame "Furaa Afaan Oromo'oo" kabaja waggaa 30ffaa Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa irratti eebbifame. Dr. Sheek Mahaammad Rashaad…

Continue ReadingKitaabni “Furaa Afaan Oromo’oo” waggoota 56 dura Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleen barreeffame eebbifame

Kitaabni Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen barreessan ‘Ogummaa Farra Riphee Lolaa’ jedhu eebbifame

AMN PLUS - Sadaasa 27/2018 Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen kan barreeffame Kitaabni 'Ogummaa Farra Riphee Lolaa' jedhu eebbifameera. Qondaaltoota waraanaa Itiyoophiyaa keessatti muuxannoo olaanaa kan horatan, Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen,…

Continue ReadingKitaabni Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen barreessan ‘Ogummaa Farra Riphee Lolaa’ jedhu eebbifame

Badhaasa Odaa 9ffaa irratti wellistoonni biyyoota Afriikaa 12 irraa ni hirmaatu

AMN PLUS- Sadaasa 16/2018 Dhaabbata Maltii Miidiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamiin kan qophaa'u Badhaasni Odaa 9ffaan Sadaasa 30, 2018 akka gaggeeffamu ibsame. Badhaasichi kan kanaan duraarraa haala adda ta'een damee muuziqaa qofaarratti…

Continue ReadingBadhaasa Odaa 9ffaa irratti wellistoonni biyyoota Afriikaa 12 irraa ni hirmaatu

Hayaat Ramadaan Dorgommii ‘Addis Talent Show’ Damee Sagaleen injifatte

AMN PLUS- Sadaasa 13/2018 AMN dorgommii addaa 'Addis Talent Show' dameewwan sadiin Sagalee, Taatoofi Sarkasiin dorgomsiisaa ture keessaa dameen sagalee har'a xumurasaa argateera. Dorgommii marsaalee torbaaf adeemsifamaa ture kanaan Hayaat…

Continue ReadingHayaat Ramadaan Dorgommii ‘Addis Talent Show’ Damee Sagaleen injifatte

“Sababaa Fiilmii kanaa natti dhukaafamee irraa ooleera” Daayirektara Fiilmii Teediroos Tashooma

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Raayyaa Ittisa Biyyaatiin fiilmiin seena-qabeessi hojjachiifame “Silannaat Midir” Damee “Visual Effect” filatamaa jedhuun sadarka Afriikaatti badhaafamaa ta’eera. Fiilmiin kun Badhaasa Fiilmii Afriikaa “Oskaarii Afriikaa” jedhamuun waltajjii…

Continue Reading“Sababaa Fiilmii kanaa natti dhukaafamee irraa ooleera” Daayirektara Fiilmii Teediroos Tashooma

Fiilmiin “Sila Innaat Midir” jedhu seenaa dhugaa Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti xiyyeeffate Badhaasa “AMA” injifate

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 Fiilmiin mata duree "Sila Innat Midir" jedhuun Haleellaa Ajaja Kaabaafi Duula Seera Kabachiisuu taasifame irratti xiyyeeffate badhaasa 'African Movie Academy' injifateera. Fiilmichi Bitootessa 14/2016 kan eebbifame…

Continue ReadingFiilmiin “Sila Innaat Midir” jedhu seenaa dhugaa Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti xiyyeeffate Badhaasa “AMA” injifate